Shafa’aa
Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhe
“Guyyaa qiyaamaa ani dursaa ilmaan Aadam tahee kaafama. Namni jalqaba qabriin banamtuuf ana. Namni jalqaba jaarsummaa (Mangudummaaa) ummata kootiif deemus, namni jalqaba jaarsummaan isaa qeebalamtus ana dha.” Jedhe.
عَنْ أَبÙÙŠ Ù‡Ùرَيْرَةَ عَن٠النَّبÙÙŠÙÙ‘ صلى الله عليه وسلم قَالَ أَنَا سَيÙّد٠وَلَد٠آدَمَ يَوْمَ الْقÙيَامَة٠وَأَوَّل٠مَنْ يَنْشَقÙÙ‘ عَنْه٠الْقَبْر٠وَأَوَّل٠شَاÙÙع٠وَأَوَّل٠مÙØ´ÙŽÙَّعÙ
(Sahiih Muslim, 2278)
Guyyaa Qiyaamaa guyyaa namuu “…. nafsii…. nafsii…lubbuu too na baasi… lubbuu too na baasi…” jedhaa lubbuu ofiitiif qofa booyu sana Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad ((SAW)) garuu
“Ummatii! Ummatii! Ummata koo! Ummata koo!”jechuun ummata isaaniitif booyu. Ummata isaaniitiif Jaarsummaa shafa’aa Rabbii guddayyaa fuuldura dhaabbatu.
Rabbiin warra guyyaa qiyaamaa Shafa’aa Rasuula Rabbii ((SAW)) argatu nu haa taasisu!