
Qabeenya halaal horatanii sadaqaa kennachuun sadarkaa namaa ol fuudha
Qur’aana keessatti warroonni sadaqaa kennan fakkeenya ajaa’ibaa qabu.
“Fakkiinyi warra qabeenya isaanii karaa Rabbii keessatti arjoomanii, akka fakkeenya firii [boqqolloo] mataa torba baaseti; mataa hunda keessa firii dhibbatu jira. Rabbiin nama fedheef dachaa taasisa. Rabbiin [kenni isaa] bal’aa, Beekaadha.”Suuratu Al-Baqarah 2:261
ÙˆÙŽÙ…ÙŽØ¢ Ø£ÙŽÙ†ÙَقْتÙÙ… Ù…Ùّن شَىْءÙÛ¢ ÙÙŽÙ‡ÙÙˆÙŽ ÙŠÙØ®Ù’Ù„ÙÙÙÙ‡ÙÛ¥ Û– ÙˆÙŽÙ‡ÙÙˆÙŽ خَيْر٠ٱلرَّٰزÙÙ‚Ùينَ
“Wanta kam irraayyu waan isin kennattan Inni (Rabbiin) bakka ni buusa. Innis irra caalaa warra soorata (rizqii) kennaniiti.”Suuratu Saba’i 34:39
Rasuulli (SAW) akkana jedhan:- “Harka gubbaattu harka jalaa irra caala, harki gubbaa kan kennatu harki jalaa ammoo kana gaafatu ykn fudhatu”
ØÙŽØ¯ÙŽÙ‘ثَنَا أَبÙÙˆ النÙÙ‘Ø¹Ù’Ù…ÙŽØ§Ù†ÙØŒ قَالَ ØÙŽØ¯ÙŽÙ‘ثَنَا ØÙŽÙ…ÙŽÙ‘Ø§Ø¯Ù Ø¨Ù’Ù†Ù Ø²ÙŽÙŠÙ’Ø¯ÙØŒ عَنْ Ø£ÙŽÙŠÙّوبَ، عَنْ نَاÙÙØ¹ÙØŒ عَن٠ابْن٠عÙمَرَ Ù€ رضى الله عنهما Ù€ قَالَ Ø³ÙŽÙ…ÙØ¹Ù’ت٠النَّبÙÙŠÙŽÙ‘ صلى الله عليه وسلم Ø”.” ÙˆÙŽØÙŽØ¯ÙŽÙ‘ثَنَا عَبْد٠اللَّه٠بْن٠مَسْلَمَةَ، عَنْ مَالÙÙƒÙØŒ عَنْ نَاÙÙØ¹ÙØŒ عَنْ عَبْد٠اللَّه٠بْن٠عÙمَرَ Ù€ رضى الله عنهما Ù€ Ø£ÙŽÙ†ÙŽÙ‘ رَسÙولَ اللَّه٠صلى الله عليه وسلم قَالَ ÙˆÙŽÙ‡ÙÙˆÙŽ عَلَى الْمÙÙ†Ù’Ø¨ÙŽØ±ÙØŒ وَذَكَرَ الصَّدَقَةَ وَالتَّعَÙÙÙ‘ÙÙŽ وَالْمَسْأَلَةَ “ “” الْيَد٠الْعÙلْيَا خَيْرٌ Ù…ÙÙ†ÙŽ الْيَد٠السÙÙ‘Ùْلَى، Ùَالْيَد٠الْعÙلْيَا Ù‡ÙÙŠÙŽ الْمÙنْÙÙÙ‚ÙŽØ©ÙØŒ وَالسÙÙ‘Ùْلَى Ù‡ÙÙŠÙŽ السَّائÙلَة٠“”””.”
Sahih al-Bukhari 1429
Rabbi waan kennannu nu hin dhoorkin, Qabeenya halaal kan karaa isaa kheeysatti baasnu nuuf haa hiru.