Godina Wallaggaa lixaa magaalaa Gimbiitti kan argamu markazni Hifzii Qur’aanaa Fathi barattoota waggoota lamaaf barsiisaa ture marsaa 5ffaaf dhiira 20 fi shamarran 20 walumaagalatti barattoota 40 eebbisise.
Markazni kun eegaa hundeeffame irraa hanga ammaatti haafizoota dhiira 156 fi shamarran 55 walii gala huffaaza 211 eebbisise tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
Related Posts


