Leenjiin Imaamotaa fi Daa’iwwanii magaalaa Adoolaa Waayyuutti jalqabame
Leenjiin imaamootaa fi daa’iwwanii Majliisni Oromiyaa qopheesse, Sabtii har’aa Hagayya 22/2013, Godina Gujii Bahaa magaalaa Adoolaa Waayyuutti jalqabamee jira.
Leenjii kana irratti Imaamotaa fi daa’iwwan aanaalee fi bulchiinsa magaalaa irraa affeeraman hirmaataa jiran. Sagantaa kana irratti Itti Aanaan Prezdaantii majlisa Oromiyaa Sheikh Abdulhamiid Ahmad fi walitti qabaan imaamotaa fi daa’iwwanii majliisa Oromiyaa Sheikh Amiin Ibroo, akkasumas Walitti qabaan boordii majliisa Oromiyaa Injinar Gaali Abbaaboor sirna baniinsaa irratti argamuun dhaamsa dabarfatanii jiru.
Xumura Leenjii kanaa irratti hirmaattotaaf waraqaan ragaa kan kennamu tahuus odeeyfannoon majliisa Oromiyaa irraa argame ni addeessa.
saida munira
0568203019
mashaa Allah
Obsaa Jamaal
rf
53650
Galtomaa
As wr wb akami fayyaa qabdaa
As wr wb akami fayyaa qabdaa Barachuu barabadaa
As wr wb Barachuu barabadaa
Sumeyaa
Mashaa
Assalamualaikum
jabutii
as wr wb akkami ngya kessani..namni tokko yoo baati may kessa dhalate nama carraa milkii taha garu yoo October fi April kessa dhalate carraa qabu hinmilkauu jedhan . wanni kun waan qoratame argame nama heddurratti garuu shariyan akkamin falleysa
garee adachaa jalalaa Lakofsaa isaa naf ergame jezaa
kumalahu keyran baraakalahu ofikum
Assalamu,alekum warahamatulahii wabarakatuu
MM1234567890
Lakkofisa gare dhaddacha jalala nafi ergaa mee dhifama wolini daruru baribadaa
Mashaa aallha tabark
barkallaahu fiikuum wa jeezakumallahu kayiran.
mussaa
123456
nurahuda
Maashallaahuu Maashallaahuu tabarakahallh
N
A
Asalamaleyiku