Istikhaarah

Istikhaarah jechuun Rabbiin wanta irra gaarii ta’etti akka nama qajeelchu kadhachuudha. Salaanni Istikhaaraa salaata yeroo dhimmi lama namarratti wal makate isa gaarii ta’e Rabbiin akka nama filachiisuuf salaatamuudha. Fakkeenyaaf, Kaadhimataa fi kaadhimamtuun Rabbii olta’aa irraa kheeyri barbaaduun istikhaarah istikhaarah godhuun isaaniif jaallatamaadha. Kunis kan ta’u, raka’aa lama salaatun ergasii du’aayi gochuudha.
Hadiisa Jaabir bin Abdullah gabaase keessatti waa’ee istikhaarah haala kanaan ibsa:
Ergamaan Rabbii (SAW) akkuma Qur’aana irraa suurah nu barsiisu dhimmoota keessatti istikhaara akka goonu nu barsiisaa ture. Ni jedha, “Tokkoon keessan dhimmi wayii yoo isa yaachise (dhiphise), salaata dirqama (waajiba) ta’aniin alatti raka’a lama erga salaate booda akkana haa jedhu:
اللَّهÙÙ…ÙŽÙ‘ Ø¥ÙÙ†Ùّي أَسْتَخÙيرÙÙƒÙŽ Ø¨ÙØ¹ÙلْمÙÙƒÙŽ ÙˆÙŽØ£ÙŽØ³Ù’ØªÙŽÙ‚Ù’Ø¯ÙØ±ÙÙƒÙŽ بÙÙ‚ÙØ¯Ù’رَتÙÙƒÙŽØŒ وَأَسْأَلÙÙƒÙŽ Ù…Ùنْ ÙَضْلÙÙƒÙŽ الْعَظÙÙŠÙ…ÙØŒ ÙÙŽØ¥Ùنَّكَ ØªÙŽÙ‚Ù’Ø¯ÙØ±Ù وَلاَ Ø£ÙŽÙ‚Ù’Ø¯ÙØ±Ù وَتَعْلَم٠وَلاَ أَعْلَم٠وَأَنْتَ عَلاَّم٠الْØÙÙŠÙÙˆØ¨ÙØŒ اللَّهÙÙ…ÙŽÙ‘ Ø¥Ùنْ ÙƒÙنْتَ تَعْلَم٠أَنَّ هَذَا الأَمْرَ خَيْرٌ Ù„ÙÙŠ ÙÙÙŠ دÙينÙÙŠ وَمَعَاشÙÙŠ ÙˆÙŽØ¹ÙŽØ§Ù‚ÙØ¨ÙŽØ©Ù أَمْرÙÙŠ Ù€ أَوْ قَالَ عَاجÙل٠أَمْرÙÙŠ وَآجÙÙ„ÙÙ‡Ù Ù€ ÙÙŽØ§Ù‚Ù’Ø¯ÙØ±Ù’Ù‡Ù Ù„ÙÙŠ وَيَسÙّرْه٠لÙÙŠ Ø«ÙÙ…ÙŽÙ‘ بَارÙكْ Ù„ÙÙŠ ÙÙÙŠÙ‡ÙØŒ ÙˆÙŽØ¥Ùنْ ÙƒÙنْتَ تَعْلَم٠أَنَّ هَذَا الأَمْرَ شَرٌّ Ù„ÙÙŠ ÙÙÙŠ دÙينÙÙŠ وَمَعَاشÙÙŠ ÙˆÙŽØ¹ÙŽØ§Ù‚ÙØ¨ÙŽØ©Ù أَمْرÙÙŠ Ù€ أَوْ قَالَ ÙÙÙŠ عَاجÙل٠أَمْرÙÙŠ وَآجÙÙ„ÙÙ‡Ù Ù€ ÙَاصْرÙÙْه٠عَنÙّي وَاصْرÙÙْنÙÙŠ Ø¹ÙŽÙ†Ù’Ù‡ÙØŒ ÙˆÙŽØ§Ù‚Ù’Ø¯ÙØ±Ù’ Ù„ÙÙŠ الْخَيْرَ ØÙŽÙŠÙ’ث٠كَانَ Ø«ÙÙ…ÙŽÙ‘ أَرْضÙÙ†ÙÙŠ بÙÙ‡Ù
“Allaahumma innii astakhiiruka bi’ilmika, Wa astaqdiruka bi-qudratika, Wa as’aluka min fadlikal-aziim Fa-innaka taqdiru Walaa aqdiru, Wa ta’lamu Wala a’lamu, Wa anta ‘allaamul-ghuyuub. Allaahumma, in kunta ta’lamu anna haaza-lamra Kheeyrun lii fii diinii wa ma’aashi wa’aaqibati Amri (yookiin ‘aajili Amri wa’aajilihi) faqdirhu lii wa yas-sirhu lii summa baarik lii Fiihi, Wa in kunta ta’lamu anna haaza-lamra sharrun lii fii diinii wa ma’aashii wa’aaqibati Amri (yookiin fi’aajili Amri wa ajilihi) fasrifhu annii wasrifnii anhu. Waqdur liil-kheeyra heeysu kaana Summa ardinii bihi.’
“Yaa Rabbii! Ani beekumsa keetiinin si filachiifadha. Dandeettii Keetiinin dandeettii Si kadha. Tola Kee guddaa irraas Si kadha. Ati ni dandeessa ani hin danda’u. Ati ni beekta ani hin beeku. Ati Beekaa waan hin mul’anneeti. Yaa Rabbi yoo dhimmi kuni amantii kiyya keessatti, jireenyaa fi booddee (Aakhirah) kiyya keessatti gaarii naaf ta’uu beekte, isa naaf murteessii naaf laaffisi. Ergasii barakaa keessa naaf kaa’i. Yoo wanti kun amantii kiyya, jireenya kiyyaa fi booddee kiyyaaf hamaa ta’uu kan beektu ta’e, isa narraa deebisi; anas isarraa na deebisi. Bakkuma jirutti toltuu naaf murteessi. Ergasii wanta sanitti akka gammadu na taasisi.”Ergamaan Rabbii (SAW) “haajaa ofii haa dubbatan”jedhan.” Sahiih Al-Bukhaari 1166
If the lowest ruffian may stab your goodname with impunity in England,will you be so uncandid as to exclaimagainst Italy for the practice of common assassination? To what purposeis our property secured,オナホ フィギュア
ラブドール おすすめ“Ye both pipes smoked out! ?and withdrawing his own from his mouth,Stubb scattered the dead ashes over the water,
Diamond Culture, we sell fake diamond. our fake diamond have all set of GIA
Certificate, also come with laser marks on the diamond.
contact us now, our price is 10% of real diamond.
Wholesale welcome
せっくす どー るobserved,that he must be furiouslyinfected with the rage of patronising,
강남호스트바는 소중한 사람과의 시간을
더 특별하게 만들어줘요.
The energy at 인천여성전용마사지 was calm and grounding.
My body was gently renewed by 부산여성전용마사지.
스스로를 사랑하는 방법을 잊고 살았던 저에게 부산여성전용마사지는 다시 따뜻한 마음을 알려준 곳이었어요.
무의식 중에 쌓아두었던 감정들을 조용히 꺼내주고,
다정히 토닥여준 인천여성전용마사지.
토닥이에서 마사지를 받고
나니, 온몸에 쌓여 있던 피로가 거짓말처럼 사라졌어요.
Let 토닥이 be your escape from the noise of everyday life.
강남여성전용마사지를 받은 이후로 몸의 피로는 물론, 마음 깊은 곳까지
따뜻하게 녹아내리는 걸 느꼈습니다.
If you’re looking for a moment just for yourself in Gangnam, try the women-only
massage at 강남여성전용마사지.
It melts away fatigue and makes your day feel new again.
Every woman deserves to experience 여성전용 마사지.
JU
At this time it seems like Drupal is the best blogging platform out there right
now. (from what I’ve read) Is that what you are using on your blog?
my website :: y2mate online downloader