header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
IbaadaaOg-BarruuSalaata

Salaatni Madda Gammachuutti

“‹”‹Hoggaa yaaddoofi muddamni itti dhufe ergamaan Rabbii(SAW) Salaatatti ariifata. Salaata hedduu jaalata. Jaalala Salaataaf qaburraa kan ka’e “yaa Bilaal, (Salaataan) nu boqachiisi” jechaa ture. Bilaal Mu’azzina gara Salaataatti nama afeeru ture. Hoggaa inni yaamicha Salaataa godhe ergamaan Rabbii itti gammada. Inuu ergamaan Rabbii “dasiin ija tiyyaa(wannin itti qanani’u), Salaata keessa naaf jirti” jechaa turuu himan.

Salaatni madda gammachuu teenyaa haa tahu.

“ÙƒÙŽØ§Ù†ÙŽ (SAW) إِذَا حَزَبَهُ أَمْرٌ فَزِعَ إِلَى الصَّلاةِ، وَمن حُبِّهِ (SAW) وَتَعَلُّقِهِ بِهَا كَانَ يَقُولُ لِبِلاَلٍ: «Ø£ÙŽØ±ÙØ­Ù’نَا بها يَا بِلاَلُ».. وسمعه النَّاسُ مرَارًا وهُو يَقُولُ: «ÙˆÙŽØ¬ÙØ¹ÙÙ„َتْ قُرَّةُ عَيْنِي في الصَّلاةِ».

2 Comments

  1. As.wr wb mashaa allaa mashaa allaa bareeda jirtani itti jabadha rabbiin isiin haa jabeesu inshaallaa jzk .

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button