Kuusaa Qormaata Bofa XaraaAugust 26, 202210% 8 votes, 3.8 avg 42 123456 Created on August 26, 2022 By nuuralhudaa Qormaata Tafakkur-Bofa XaraaGaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 61. Haadhoon bofa xaraa hangaaquu haga meeqaa buusti? Check Xaraan dhaltuun goojjoo qopheessitee hanqaaquu haga 40 buufti.2 / 62. Sooranni Bofni Xaraan hin feene maali? A. Raacha B. Qurxummiilee C. Biqiltoota D. Shimbirroota E. Lootuu Koobraan uumama akka lootuu, raachaa, simbirroota, hoosiftootaa, qurxummiiwwanii fi sanyiiwwan bofaa tokko tokko soorata. Biqiltuun soorata isaatii miti.3 / 63. Bofni xaraan King Cobra ykn Xaraa mootii jedhamu Kiiloo giraama meeqa ulfaata? Check Ulfaatinni Xaraa Mootii Kilograama 6 yoo ta’u, dheerinni isaa ammoo meetira 5.4 ta’a.4 / 64. Bofni xaraan xiqqaan Cobra Mozambique jedhamuun beekamu meetira meeqa dheerata? Check Xaraan Koobraa Mozaambiik jedhamu meetira 1.2 dheerata5 / 65. Sanyiin bofa xaraa meeqaa oltu jira? Check Sanyiin bofa xaraa kan Koobraa jedhamuun beekkamu 270 ol akka jirus qorannoon bira gahamee jira.6 / 66. Bofni xaraan bofa kaawwanirraa maaliin adda ta'a? A. Yoo diinni itti dhufe dheessee jalaa baqatuudhaan B. Dheerina qaama isaatiin C. Qaama isaa kan gara mataa jiru bal'isee diriirsuudhaan D. Furdina qaama isaatiin Bofni Xaraan Qaama isaa kan gara mataa jiru bal’isee diriirsuudhaan beekamaYour score isThe average score is 68%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!See review Yaada Nuuf Gumaachi! August 26, 20221 Facebook WhatsApp Telegram Share via Email Print
Thank you for your sharing. I am worried that I lack creative ideas. It is your article that makes me full of hope. Thank you. But, I have a question, can you help me?Reply
Thank you for your sharing. I am worried that I lack creative ideas. It is your article that makes me full of hope. Thank you. But, I have a question, can you help me?