Kuusaa Qormaata Bofa XaraaAugust 26, 202200% 8 votes, 3.8 avg 42 123456 Created on August 26, 2022 By nuuralhudaa Qormaata Tafakkur-Bofa XaraaGaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 61. Sanyiin bofa xaraa meeqaa oltu jira? Check Sanyiin bofa xaraa kan Koobraa jedhamuun beekkamu 270 ol akka jirus qorannoon bira gahamee jira.2 / 62. Haadhoon bofa xaraa hangaaquu haga meeqaa buusti? Check Xaraan dhaltuun goojjoo qopheessitee hanqaaquu haga 40 buufti.3 / 63. Bofni xaraan xiqqaan Cobra Mozambique jedhamuun beekamu meetira meeqa dheerata? Check Xaraan Koobraa Mozaambiik jedhamu meetira 1.2 dheerata4 / 64. Sooranni Bofni Xaraan hin feene maali? A. Lootuu B. Biqiltoota C. Shimbirroota D. Raacha E. Qurxummiilee Koobraan uumama akka lootuu, raachaa, simbirroota, hoosiftootaa, qurxummiiwwanii fi sanyiiwwan bofaa tokko tokko soorata. Biqiltuun soorata isaatii miti.5 / 65. Boni xaraan King Cobra ykn Xaraa mootii jedhamu KG meeqa ulfaata? Check Ulfaatinni Xaraa Mootii Kilograama 6 yoo ta’u, dheerinni isaa ammoo meetira 5.4 ta’a.6 / 66. Bofni xaraan bofa kaanirraa maaliin adda ta’a? A. Furdina qaama isaatiin B. Yoo diinni itti dhufe dheessee jalaa baqatuudhaan C. Qaama isaa kan gara mataa jiru bal’isee diriirsuudhaan D. Dheerina qaama isaatiin Bofni Xaraan Qaama isaa kan gara mataa jiru bal’isee diriirsuudhaan beekamaYour score isThe average score is 68%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!See review Yaada Nuuf Gumaachi! August 26, 20220 Share Facebook Twitter WhatsApp Telegram