OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Majliisni Magaalaa Adaamaa Yaa’ii Idilee Marsaa 2ffaa Gaggeesse
Odeeyfannoo November 20, 2022
Manni Maree dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Adaamaa, Yaa’ii idilee marsaa 2ffaa, guyyaa har’aa November 20, 2022, Magaalaa Adaamaa Galma Adama General Hospital keessatti gaggeessaa oole.
Walgahii kanarratti keessummoonni Majliisa Oromiyaa irraa dhufaniifi, namoonni heddu magaalaa Adaamaa irraa hirmaatanii jiru. Wal gahicharratti gabaasni hojii bara 2014 eega dhihaatee booda, karoorri bara 2015 ummataaf ibsamee mariin bal’aan irratti taasifamee jira.
I don’t think the title of your article matches the content lol. Just kidding, mainly because I had some doubts after reading the article.