header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Miseensota Mana Mariitiif Deebisaa keennuun gabaafaame

Miseensoonni Paarlaamaa haala yeroo biyyaattiin keessa jirtuu irratti muummiichi ministeeraa hanga nuuf ibsuutti walgahii kamiyyuu hin hirmaannu jechuun torbee darbe keessa lakkisaanii bahuu ni yaadatama.

Muummichi ministeeraatis gaaffii miseensonni mana marii dhiheessan kana irratti hunda’uun Wixaata darbe, hooggantootta ADWUI fi Koree hojii raawwachiistuu Paartilee Naannoo Afranii waliin tahuun kan deebisaa fi ibsa irratti keenne tahuu DW’n miseensa mana marii tokko wabeefatuun gabaasee jira.
DW’n gabaasa isaa kana irratti Gaaffiwwaan bakka bu’oonni ummaata Muummicha Ministeeraatiif dhiheessaan jiddu, mootummaan waldhabii daangaa naannoo Oromiyaa fi Soomalee dabalatee kutaa biyyattii adda addaatti kahe dhaabsisuu maaliif dadhabe gaafiin jedhu kan ture tahuus ibse.

Muummichi Ministeeraas deebisaa keennen Dadhabbina Hooggantoota tahuu ibsuun, Dhimma kana kora hoggantoota Koree jidduu galeessa ADWUI irrattis kan yaada itti keennataa jiran tahuu ibsuu beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button