“Faransaayi ejjannoo ergamaa Rabbiitiif qabdurraa deebi’uu qabdi.”
Ministeerri haajaa alaa Faransaayi Jean Yves, uggura hawaasni Muslimaa Faransaa irra kaayan irratti marihachuuf biyya Masrii jira. Marii tana gurraa arraa Imaamota al Azhar waliin gaggeessaa turan. Imaamni al Azhar Ahmad al Xayyib akka armaan gadii kana jechuudhaan bakka bu’oota mootummaa Faransaayii dubbate.
“Ergamaa Rabbiitti(SAW) qoosuun ‘mirga’ miti. Kana yoo mirgatti fudhattan, kanaan yoo “mirga ololaa” jettan, nuti guutumatti balaaleeffanna. Jibbi Islaamaa hawaasa keessa akka babal’atuuf warri carraa kennaa jiru mootummoota Awurooppaati. Nuti jecha “shoorarkeessaa Islaamaa” ja’u kanaas hin fudhannu. Sababa hin fudhanneef irra deddeebinee ibsaa ooluun nuffisiisaadha. Jecha kana dubbatuurraa hundi if qusatuu qaba. Faransaay ejjannoo Muhammadiif qabdurraa deebi’uu qabdi.
Roga kamiinuu qaama ergamaa Rabbii Muhammaditti qoosu waliin araara hin qabnu. Inuu mana murtii addunyaatti ol iyyannee qaama san yakkamaa taasifna. Osoo wareegama umrii teenya guutuu gaafates ergamaa Rabbiitif tumsina.” Jechuun dubbate.
Rabbiin Kan akka kanaa nuuf haha baayyisu tokkummaa muslimoota maraaf.
Rabbiin Kan akka kanaa nuuf haha baayyisu tokkummaa muslimoota maraaf
Sagantaa irratti dubbisaa
አንቱኖት የአመá…ናኛ
ከአገሬ áˆá‰„ ከባድ ቀን ስገá‹
ኑሮዬን ላሳáˆáˆ ከባድ ቀን ስገá‹
ያንቱን ስደት áˆá‰¤ ያስታወሰዠሰዓት
ከá á‹áˆ‹áˆ መንáˆáˆ´ ሞáˆá‰¶ ድለáŠáŠá‰µ (አሸናáŠáŠá‰µ)
አለአዬáˆáˆˆá‹áŠ• ሰዠበድንገት ስáŠá€áŒ ቅ
በáŠáŒ‹ በጠባ በለቅሶ ስማቅቅ
አንቱን የጣቸá‹áŠ• ሳስብ ሳስተáŠá‰µáŠ•
በáˆáˆ°áŒ‹áŠ“ ወጀብ ብትን á‹áˆ‹áˆ ሀዘን
á‹™áˆá‹«á‹¬ በወንጀሠበጥመት ሲከበብ
አየሠሳሻ áŒá‹œ ተስá‹á‹¬ ሲሰለብ
ያንቱ ህዮት ቀáˆá‰¦ ስታወሰአድáŠáŒˆá‰µ
á…ናት á‹á‹ˆáˆˆá‹³áˆ‹ በáˆá‰¤ ላዠእá‹áŠá‰µ
ከችáŒáˆ ለማáˆáˆˆáŒ¥ ከተማ ስቀá‹áˆ
áˆáŠ”ተዎቸ ከáተዠáŠáŒˆáˆ®á‰½ ስከሩ
ጣዕá የሰሌá‰á‰µ ድቅን ስሠáŠá‰´
ብáˆá‰³á‰´ á‹áŠ–ራሠá‹á‹µáˆ‹áˆ ጉáˆá‰ ቴ
ወድ ሃቅ መáˆáˆ«á‰´áŠ• ከስህተት ሲቆጥሩት
ዋና የመሻቴን ሀኋላ ቀሠሲቆጥሩት
ዬá‰áˆ¬áˆ½áŠ• ተáŒá‰£áˆ ሲያስታá‹áˆ±áŠ• ላáታ
á‹áˆµáŒ¤ ጥንካሬን á‹áˆžáˆ‹áˆ ከáታ
ተራራ ቢያáŠáˆ ዬችáŒáˆ¬ á‰áˆáˆ
ከሀዋ ቢሰዠየስቃዬ áŠáˆáˆ
ያንቱን ኑሮ ሳስብ ሀቢቡላህ á‹á‹´
ዬኔ እáˆáŠá‰µ ሆኖ á‹á‰³á‹¬áŠ›áˆ ባንዴ
áˆáŠ• ቢከመሠáŠá‰´ á‹°áˆáˆ¶ አንዳች በላ
áŠáሴን ሲáˆá‰µáŠá‹ á‹áˆµáŒ¤áŠ•áˆ ሲያብላላ
ያንቱን ኑሮ ስቃአወደ ኋላ ሄጄ
ያከበድኩት áˆáˆ‰ ያንሰሠገብቶ በጄ
Jara qamaan argee wal baruuf dubbise
Waanan an gafadhe sraan naf debise
Gafadhufan dema want armaan gadii
Debii jecha isaani dhggeffadha gudii
Sim jedhe gafannan nan jedhe ahbaashi
Idme jenaninuu nan jedhe tinnishi
Siraa jenaninu nan jedhe rabbashi
Moyaa jenaninu nan jedhe tonkol xansashi
Chilota jenaninu nan jedhe amets qesqaashi
Bahri jenaninu sayi dersubiny derashi
Mechachal jenaninu alawuqim be cirrashi
Yemiti weddew wendi jenaninuu nan jedhe qamina acaashi
Yemit weddew set jenaninu surre labash
Warra rabbin jibbe kan ilbis lenjise
Irraa walaletin dadhabe itti dhise
Ammas nin gaafadhe tokkoti siqeeti
Mannashachuu jennan ke fira’oon beti
Madrashachuu jennan ibidda azabati
Betasabis jennan ke qarun qirreti
Saferachu jennan ke meteskaan fiti
Nashidachuu jennan qalluna kibriiti
Sibsebaachu jennan biroo fitlefitii
Lemin izzaa jennan le kissi michooti
Tekessashus jennan wahabii akka ketii
Duuba isin hoo jennan nu qabrii kessati jarri osoma bektuu ibiddati yaati
Rabbi galmaan gahiif wan fedha isaniti
Jaraanis wal baree yaada isaani hubadhe
Dhifama naaf godha yoni mucucaadhe
Asumattin dhaba arraf gababbadhe
Yoon fayya qabadhee umridhaan jiradhe
Ammas nan debihaa waan hafe qoradhee
Asalaamu’aleykum kullul musliminaa
Alhamdulillah rabbila Aalamiinaa
Sallu wasallimuu alanabbiyinaa
Nabiyyi Muhammad min-ahlil madinaa
Ballaga risaalaaa wahaddal amanaa(2)
Najalaa jawwabaa ayuha muminaa
Sallallahu alaa alaa nabiyinaa
Muhammadun amin haqqun rasulunaa
Buniyal islaamu nahnu saddaqnaa
Ahadun ahadii walaa tushiriknaa
Nabiyyul akariin rasulun mubinaa
Kana mafruush lahuu min firaashul jannaa
Allahumman surnii kullul ahlasunna
Dubbisetiin argee waan ahbaashin xaftee
Sangaa dhala jeti radi dhaluu dhiftee
Ijoolle ofin bekne birrin gowwomsitee
Tv.gubba bate jollen odessitee
Silaa ofii badde biyya ballesitee(2)
Hortee abu jahal dhaalte fira’onaa
Aja’iba kuni sii garam dossonaa
Kan nu waliin nyaatu binessa bosonaa
Osoo alli ganna kan manni itti bonaa
Laga gutee jiruu haroo nutti conaa
Yaa rabbi ballesi ahbaash qalbii onaa
(2)
Ahbaash abarramtuu warra rabbin jibbe
Nashidaan isaani muziqaa fi dibbe
Jahilli ofin bekuu harka dhahee sirbee
Siniti haa ergu rabbin qillessafi bubbee
Sinaa dhabamsisuu akka umata darbee(2)
Karaan kufrii tahe marti jaraaf bonaa
Yaa motii ol tahe nu sumatti onaa
Haada ala sunna kan hin cinne foonaa
Jaraas nuuf qajelchii du’a’ii itti gonaa
Kan tahu bannan itti mari jonaa
Ati irra nu Aansi mo’ii tetiin monaa
Tokkichuma kankee dhugumsinee donaa(2)
Ahbaash dadhadhabamee mi’effate harkaa
Gubbo matuu hin dubbanne takka
Qabaan rabbi jabaa he qabamte lakka
Lafarra bishanin matarran bakakka
Sinitti haa butuu musibaan rabbirkaa(2)
Xabaasan jaraadhaa
Wa’aleykumsalaam warahmatullaahii wabarakatuhuu aduwwi rasuulaa salallahu aleyhi wasallaam irraa kafalee nuhaa gammachisu
sallallahu aleyi wossallam
As wr wb maashallah. Rabbin. Rabbin aduuhi rasuula sollola WA. Alii wosallam adabee. Nuha. Agrsiisu.