header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ministeerri Barnoota sagantaa qormaata biyyoolessaa jijjiiruu beeksise

Komaand poostiin qormaata biyyoolessaa wal gahii geggeessen, sagantaan jalaqaba bahe ayyaana hiikkaa Sooma Ramaadaanaa (Idul Fixir)waliin walitti bu’uu isaatiin, sagantaan haarayni kan bahe tahuu ibse.

Haaluma kanaan, qormaanni kutaa 10ffaa Waxabajjii 3-5/2011tti, qormaanni kutaa 12ffaa Waxabajjii 6, 7, 10 fi 11/2011tti kan kennamu yoo tahu, qormaanni kutaa 8ffaa ammoo Waxabajjii 12-14/2011tti kan kennamu tahuu ministeerri barnootaa beeksise.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button