header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Aalimni biyya keennaa Doktar Jibriil Qamar gara biyyaatti galan

Doktar Jibriil Qamar yeroo dheeraaf biyya Suudan kan jiraataa turan yoo tahan, har’a Khaartuum irraa yeroo gara biyyatti galan, Prezdaantii Majliisa Oromiyaa Sheikh Hajjii Ibraahiim dabalatee ulamootaa fi du’aatota hedduun simatamanii jiru.

Doktar Jibriil miidiyaalee Islaamaa irratti sagantaalee da’awaa fi barnoota Islaamaa kennuun beekaman. Dabalataanis barnoota Digrii sadaffaa (Phd) isaanii Yunivarsiitii beekamaa biyya Suudaan International University of Africa(جامعة إفريقيا العالمية) jedhamutti hordofaa turan. Haaluma kanaan barnoota Usulu al -Sunnaa jedhamuun Digriii Sadaffaa (Doktarummaa) isaanii dhiheenya akka fudhatan gabaasuun keenna ni yaadatama.

14 Comments

  1. Waleeykumussalaam woraahmatullaah wobarakaatu
    Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Mashaal’allaaah Tabaarakallaah
    Rabbiin umrii isaani nuuf haa dherressuu Ustaaz keennaa qaroo ija teennaaaaa💚💚💚💚👍

  2. Masha Allah Masha Allah Masha Allah 💕 💕 💕
    Rabbiin umri isaani nuuf haa dheryssu

  3. As wr wt Masha halla Tabark halla Rabbin Bagaa Nagaadhan Nuf galche Alhamdulilla Kan Afe Rabbin Nuf Agalchu Nagaa dha

  4. Assalaamu’aaleykum worahmatullaahi wobarakaatu Maashaa’allah Baga Rabbiin Nagaan gara biyya isaaniitti isaan deebise Alhamdu Lillaahi Rabbil Aalamiin

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button