header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Munshid Anas Muhammad gara biyyaatti galuuf qophaayaa jira

Munshid Anas Muhammad Waggaa lama dura Sababa roorroo mootummaatiif biyyarraa baqatee Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraataa turuun isaa ni beekama. Ustaaz Anas eega biyyarraa baqatee boodas boqonnaa takka malee karaa miidiyaalee hawaasummaatiin hawaasa isaa tajaajilaa turee jira. jijjiirama yeroo ammaa biyya keessa jiru hordofuun In shaa ALLAAH September 11/2018 gara biyyaa galuuf qophaayutti jira.

Fedhii Rabbii Guddaatiin Salaasaa/Kiifxata dhuftu Asrii booda naannawa 11:00tti Naayroobii irraa bahee, galgala naannawa sa’aa 1:00 Finfinnee ni seena. Rabbiin nagayaan isa haa galchu.

2 Comments

  1. rabbii ngh isaan haa galchuu anaa aliii isanitii in shaa Allah. asuman waantii dhamanuu gazexistootaa nuurlhudaa isins namni isin kessa gara biyya imalu fedhu yoo jiraa taee osoo nuuf hin himne ngh nuuti hin dhamane hin galinaa please please. isin jalanaa keeyrii kessa nuuf jiradhaa AS WR WB ❤

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button