-
Odeeyfannoo

Waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee aanaa Cinaaqsan keessatti haleellaa raawwateen nama 5 madeesse.
Guyyaa har’aa August 27/2018 araddaalee aanaa Cinaaqsan Zoonnii Makkaniisaa jalatti argaman keessatti, waraanni liyyuu poolisii naannoo Somaalee haleellaa raawwaatun namoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhaabbanni Gamtaa Biyyota Islaamaa Karoora Isra’eel manneen seeraan alaa lafa Falasxiinotaa irratti ijaaruuf baaste balaleffate
Torbee darbe keessa mootummaan Isra’eel manneen jireenyaa haarawa 2,100 lafa Falasxiinotaa irratti ijaaruuf murteesse. Dhaabbanni Gamtaa Biyyoota Islaamaa immoo, “Poolisiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni Godina Baalee aanaalee 20 irraa walitti dhufan haala yeroo irratti marii geggeessan
Ulamaa’onni baay’inni isaanii 100 ol tahan guyyaa har’aa August 25/2018 aanaalee godinichaa hunda irraa walitti dhufuun haala yeroo fi dhimma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhalattoonni Oromoo magaalaa Riyaad fi naannawa isii jiraatan miidhamtoota aanaa Mayyuu Mulluqqeetiif deeggarsa birrii 1,035,500 godhan
Guyyoota muraasa dura godina Harargee bahaa aanaa Mayyuu Mulluqqeetti haleellaa waraanni liyyuu poolisii raawwateen lubbuun nama 55 ol tahanii darbuu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Obbo Barakat Sim’oon koree jiddu galeessa warraaqsa saba Amaaraa irra uggurame
Koreen jiddu galeessa warraaqsa Saba Amaaraa guyyoota lamaaf walgahii irra kan ture yoo tahu, Obbo Barakat dabalaate Taaddasaa Kasaatis koree…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Prezdaantiin mootummaa Naannoo Somaalee haarawni eenyuudha?
Obbo Musxafaa Muhammad Umar prezdaantii mootummaa naannoo Soomalee tahuun mudame, obbo Musxafaan miseensa paartii naannicha bulchaa jiru tahuu dhabus waggoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensi Kongirasii Ameerikaa Wixineen HR 128 akka hojii irra oolu dhiibbaa godhaa ture Ityoophiyaa jira
Kriis Ismiiz miseensa Kongirasii Ameerikaa Wixineen seeraa HR128 jedhamu akka hojii irra ooluuf dhiibbaa godhaa ture. Wixineen seeraa sun ajjeechaan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Poolisoonni Israa’el hulaa Masjiid Al AQSAA cufan.
Waraanni Israa’el galgala har’aa yaaliin ajjeechaa nurratti raawwatame jechuun, hulaalee Masjiid Al Aqsaa hunda kan cufan yoo tahu, Falasxiinonni lakkofsaan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Waraanni Isra’eel Lammiilee Falisxiin lama ajjeessuun 40 ol madeesse
Dubbi himaan Ministeera Fayyaa Falisxiin, Loltoonni Isra’eel, haleellaa baha Gaazaa keessatti juma’aa har’aa rawwataniin lammiilee Falisxiin lama ajjeessuu fi nama…
Guutuu Dubbisi »










