-
Eeshiyaa

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Gamtaan waraana Arabaa Yaman keessatti yakka waraanaa raawwatuu ibse
UN akka jedhetti , gamtaan waraana Arabaa Sa’udii fi Emreetin hogganamu haleellaa finciltoota Huusii irartti raawwataa jiruun lubbuu lammiilee nagayaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ulamaa’onni fi du’aatonni biyya Keennaa gurguddoon gara biyyaa deebi’an
Ulamaa’ota gurguddoo biyya keennaa jidduu Sheik Idriis Dagaan fi Sheik Muhammad zeyn Zaharaddiin Sa’udii irraa halkan edaa gara biyyaatti kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii, Qondaaltota Miyanmaar irratti himannaan duguuggaa Sanyii raawwachuu akka banamu gaafate
Dhaabbata mootummoota gamtoomanitti Komishiinni addaa Miyanmaar keessatti Yakkaa Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame qoraataa ture hujii isaa xumuruun Isniina har’aa gabaasa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Turkiyaan biyyoota ollaa isii keessatti nageenyi akka bu’u kan deeggartu tahuu beeksifte
Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan kutaa Kibba Baha Turkiyaa Mus jedhamu keessatti haasawa godheen, biyyi isaa Suuriyaa fi Iraaq keessatti nageenyi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Majliisni Naannoo Hararii dhimmoota haala yeroo irratti kutaa hawaasaa adda addaa waliin mari’ate
Marii kana irratti Daa’iiwwan, Manguddoonni, Abbootiin Gadaa, Qeerroowwan fi qaamonni mootummaa naannichaa kan hirmaatan tahuun beekameera. Mariin kun Prezdantii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti Bu’iinsa Daangaa Naannoo Amaaraa fi Affaaritti umameen masjiidni gubame
Naannoo Affaar aanaa Uwwaatti, Kamisa darbe waaree booda naannawa sa’aa 11:00 saba Amaaraa fi Affaar jiddutti walitti bu’iinsi kan ka’ee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Qeellam Wallaggaati waraana mootummaa fi Waraana ABO jiddutti walitti bu’iinsi uumame
Walitti bu’iinsi kun kan uumame aanaa Jimmaa Horrootti guyyaa Arba’aa yoo tahu, ka’umsi immoo Qeerroon aanicha keessa jiran waldhabbii jidduu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad bakka buutota ummata naannoo Somaalee waliin mari’ate
Dr Abiy bakka buutota hawaasaa, hooggansa naannichaa haaraya filatamee fi abbootii amantaa waliin haala yeroo naannoo Somaalee fi Ityoophiyaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen jidduu galeessaa paartii naannoo Somaalee bulchaa jiruu naannichatti gochi garajabeenyaa raawwatamaa turuu ibse
Paartichi qorannoo guyyoota sagaliif geggeessaa ture eega xumuree booda rakkoowwan naannicha keessa turan ilaalchisee ibsa midiyaaleef kenne jira. Ibsa kana…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhalattoonni Oromoo Sa’udii jiraatan lammiilee naannoo Somaalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhan
Lammiileen Oromoo Sa’udii magaalaa Tabuuk keessa jiraatan, ayyaana Iidal Ad’haa bara 1439 sababefatuun sagantaa deeggarsaa mata duree Lammiin lammiif jedhu…
Guutuu Dubbisi »










