-
Odeeyfannoo

Ilhaan Umar filannoo miseensota Kongirasii Ameerikaa marsaa duraa injifatte
Dubartii dhalattuu Somaaliyaa miseensa Kongirasii Ameerikaa Ilhaan Umar, Kongirasii Ameerikaa keessatti yeroo lammataa itti fufuuf, filannoo marsaa duraa ( primary…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi Ministeera Lubnaan Mootummaan guututti angoo gadi lakkisuu beeksise
Dhoohinsa hamaa Kiibxata dabre qarqara Buufata Doonii magaalaa Beeyruut keessatti muudateen, hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 200 akka du’anii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Murtii Ameerikaa Dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii akka dhihaatuuf ajaja baase
Hogganaan Dhaabbata Tikaa Sa’uudii kan duraanii Sa’aad Al-Jabri, “dhaaltuun Gonfoo Sa’uudii Muhammad Bin Salmaan yaalii ajjeechaa narratti raawwachiisee jira”jechuun mana…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamanii miiliyoona 1 darbuu gabaafame
Dhaabbatni To’annoo Dhukkubaa Afrikaa (CDC) jedhamu akka gabaasetti, Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamanii miilyoona tokko darbee jira.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhoohinsa Guddaa Beeyruut keessatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 137 gahuu gabaafame
Dhoohinsa hamaa Kiibxata dabre qarqara Buufata Doonii magaalaa Beeyruut keessatti muudateen, hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 137 akka du’anii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Feesbuuk fi Twitter akkaawntii Prezdaant Tramp irratti tarkaanfii fudhatan
Feesbuukiin viidiyoo gabaabduu gaaffi fi deebisaa Tiraamp Fox News waliin godhe irraa kutamee maxxanfame haqee jira. Dhaabbatichi sababa haqeef ‘’Odeeffannoon…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Masri Marii Hidha Laga Abbaay guyyaa lama dura eegalame keessaa yeroodhaaf bahuu beeksiste
Mariin hidha laga Abbaay ilaalchisee jaarsummaa Gamtaa Afrikaatiin geggeeffamu biyyoota sadeen jiddutti Wixata dabre kan eegalame yoo tahu, Ityoophiyaan haala…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhoohiinsa Guddaa Beeyruut keessatti muudateen namoonni heddu madaahuu gabaafame
Dhoohinsa hamaa galgala kana qarqara Buufata Doonii magaalaa Beeyruut keessatti muudateen, hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni kudhan akka du’anii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

WHO’n Weerara Covid-19 yeroo dhihotti too’achuun kan hin danda’amne tahuu beeksise
Daayirektarri WHO Dr.Tedroos Adhanom ibsa wixata hardhaa kenneen, Weerarri Covid-19 biyyoota kanaan dura to’achuu labsan keessatti haala hamaa taheen deebi’ee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Emreets Wiirtuu Gabbisa Niwkilarii biyyoota Arabaatiif kan jalqabaa tahe ifatti hojii jalqabsiiste
Emreets Wiirtuu Gabbisa Niwkilarii “Barakaa”jechuun moggaafate kana, daangaa biyyattii gama Qaxar aanu irratti kan ijaarte yoo tahu, teeknoolojii Kooriyaa Kibbaa…
Guutuu Dubbisi »










