header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Helikoptara Raayyaa Ittisa Biyyaa muudateen lubbuun nama 18 dabre

Herlikoptarri miseensota rayyaa ittisaa 15 fi namoota Siviilii 3 fe’attee Dirree Dhawaa irraa gara Bishooftuu imala turte, hara’a ganama toora Sa’aa 5:30tti Godina Shawaa Bahaa Aanaa Loomee ganda Ejeree jedhamu keessatti kan kaftu tahuu gabaasni arganne ni ibsa. Namoonni helikoptara kana keessa turan hundinuu du’anii jiru. Sababaan balaa kanaa hanga ammaatti hin beekamne.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button