Barattoota Oromoo fi Amaaraa Yuunivarsitii Finfinneetti baratan reebichi irratti raawwatamaa jiraatuun gabaafame


Barattoonni Oromoo fi Amaaraa Yuunivarsitii Finfinneetti argaman duguuggaa sanyii waraanni mootummaa ummata nagayaa irratti raawwataa jiru kan balaleefatan yoo tahu, galgala har’aa waraanni mootummaa Dormii seenuun reebaa jiraatuu odeeffannoon argame ni addeessa.

Barattoonni gariin immoo Yuunivarsitiicha lakkisaanii kan baha jiran tahuus beekameera.
Comments
Loading...