-
Odeeyfannoo

Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa dabalatee namoonni 21 Vaayirasii Koronaa irraa bilisa tahuu ibsame
Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo dabalatee namoota lammii Jaappaan jalqaba Ityoophiyaa keessatti vaayrasiin Koroonaa irratti argame waliin wal arganii…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Xaaliyaaniitti sa’aa 24 keessatti, Namoonni 349 sababa Dhibee Koroonaa Vayirasiin lubbuu dhaban
Biyyoota addunyaa sababa dhibee kanaan lakkoofsi namoota du’anii guyyaa irraa guyyaatti itti dabalaa jiru jidduu tokko kan taate, Xaaliyaaniitti guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Ityoophiyaa tamsa’ina Vayirasii Koroonaa to’achuuf Manneen Barnootaa akka cufaman ajaje
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad tamsa’ina Vayrasii koroonaa ittisuuf har’aa eegalee guyyoota 15’f manneen barnootaa akka cufaman ajajni dabruu beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa Godina Harargee Lixaa Keessatti muudateen lubbuun nama 10 dabre
Waajjirri Kominikeeshiinii Godina Haragee Lixaa akka beeksisetti, Sabtii har’aa Minibaasiin imaltoota fe’attee Magaalaa Hirnaa irraa gara Ciroo deemaa turte, Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qeeyroo Muslimaa Rabbiin maaliif sii uume?
Qeeyroo Muslimaa dhagayi! Rabbiin waan si uumeef beeytaa? Rabbiin wanni si uumeef guddoon akka isa qofa gabbartuuf, akka isaaf of-kennitee…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19 Lakk. 3
Dr. Nuredin Luke VII. Ka’umsi vaayirasii kanaa maaliidha/eessaa ka’ee? * Dhukkubni VaayirasiiKoronaa yeroo ammaa muldhachaa jiru (COVID-19) kun biyya Chaayinaa,…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19 Lakk. 2
Dr. Nuredin Luke irraa IV. Namni tokko vaayirasichaaf erga saaxilamee turtii yeroo hangamii booda mallattoo dhukkubaa muldhisuu eegala? Namni tokko…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19
Qophii Dr. Nuredin Luke I. Coronavirus (KoronaaVaayirasiin) maaliidha? KoronaaVaayirasiin gartuu vaayirasii keessaa tokko ta’ee irra jireessaan sirna hargansuu namaa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sa’uudiin lammiileen isii Ityoophiyaa dabalatee gara biyyoota hedduu akka hin imalle uggurte
Mootummaan Sa’uudii dhibee Vayirasii Koronaa biyyattii keessatti babal’ataa dhufe to’achuuf jecha, lammiileen isaa Ityoophiyaa dabalatee gara biyyoota hedduu akka hin…
Guutuu Dubbisi »









