-
Odeeyfannoo

Israa’el West Bank Weeraruun Falasxiinota heddu hiite
Waraanni Israa’eel halkan edaa West Bank weeraruun lammiilee Falasxiin 19 ol kan hidhe tahuun beekame. Namoonni hidhaman hundi mana jireenyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sheikh Jamaal Baddeeysaa (Abuu Saalih) biyya baqaa irraa gara biyyaatti deebi’uuf kan qophaayaa jiran tahuun beekame
Godina Harargee Lixaa magaalaa Baddeeysaa keessatti Imaamaa fi Khaxiiba kan turan Sheik Jamaal Baddeessaa, waggaa 7 dura roorroo mootummaa jalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Korri Waliigalaa Gamtaa Ulamaa’ota Addunyaa Istanbul keessatti geggeefamaa jira
Korri guyyaa jahaaf turu kun Sabtii kaleessaa kan jalqabame yoo tahu, Ulamaa’onni 1,500 ol biyyoota Addunyaa irraa gara Turkiyaa imaluun…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Manni Murtii Tuniiziyaa jilli Israa’el gara biyyattii akka hin seenne uggure
Foramiin marii Amantaalee addunyaa November 4-8, 2018 Tuniziyaa keessatti kan geggeefamu yoo tahu, jilli Israa’el kora kana irratti hirmaachuudhaaf Viizaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aanaa Cinaaqsan Araddaalee heddu keessatti lolli hamaan geggeeffamaa oolu gabaafame
Godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsan gandoota adda addaa keessatti waraanni naannoo Somaalee weerara hamaa geggeessaa jiraatuu odeeffannoon naannawa irraa nu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan Xiyyaara waraanaa biyya keessatti oomishuu jalqabde
Xiyyaarri waraanaa Iiraan oomishuu jalqabde kun, dizaayinii irraa jalqabee hanga oomishaatti 100% teeknolojii fi ogeeyyota biyya keessaatiin tahuun beekameera. Dabalataanis…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ameerikaan Qoqqobbii Iiraan irraa kaaftee turte deebistee kaayuuf tahuu beeksifte
Iiraan sagantaa Niwukilarrii waraanaa gabbisuu addaan kutuudhaaf bara 2015 keessa biyyoota miseensa dhaabbataa mana maree Nageenyaa shananii fi Jarman waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Boohartii

Tana Quba Qabduu? 002
Gosa biqiltootaa dachii tanarra jiru keessaa hedduun isaa eessatti akka argamu beeytuu? hedduun keenya biqiltoonni lafarratti qofa waan biqilan seena.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Liigiin Biyyoota Arabaa Braaziil Imbaasii gara Al-Qudsitti akka hin jijjiirre gaafate
Prezdaantiin Braaziil haaraya filatame Jair Bolsonaro Khamiisa kaleessaa ibsa kenneen, January 1/2019 tti hujii eega jalqabee booda Imbaasii Braaziil Telaviiv…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Jilli Hoggantoota Waldaa Wangeelota Ameerikaa Sa’uudii daaw’ate
Jilli hoggantoota Waldaa Wangeelotaa ibsa baaseen, Khamiisa kaleessaa gara Riyaad Imaluun Muhammad Bin Salmaan waliin Sa’atii lamaaf kan mari’ate tahuu…
Guutuu Dubbisi »









