-
Tafakkur

Tuwaataraa (Bineensa Ija Sadihii)
Bineensi kun Tuatara jedhama. Tuataran sanyii lootuu biyya Niiwziilaand keessatti qofa argamuudha. Ardii Niiwziilaand irra dur hantuutni hin waan hin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti namoonni 10 ajjeefaman
Haleellaa Waraanni Makkalaakayaa Sabtii hardhaa naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti ummata hiriira bahe irratti raawwateen, namoonni 10 ajjeefamu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaan Boombii Afgaanistaan keessatti raawwatame lubbuu namoota 40 oli galaafate
Haleellaa Boombii Sabtii har’aa magaalaa guddoo Afganistaan, Kaabul keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 40 ajjeeffamuun namoonni 140 ol tahan ammoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Sa’udi dureessa beekamaa ilma warra Malikaa Waliid Bin Xalaal hidhaa irraa hiike.
Dureessi Sa’udi Waliid Bin Xalaal ji’a November keessa namoota malaamaltummaan shakkamanii hidhaman keessaa tokko yoo tahu, Sabtii har’aa gad lakkifamee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ibiddaa Hospitaala Kooriyaa Kibbaa keessatti ka’een namni heddu dhume
Hospitaalli balaan ibiddaa kun keessatti uumame magaalaa Sejong tan magaalaa guddoo Se’ool irraa kiloomeetira 300 fagaattee argamtuutti yoo tahu, hanga…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ustaazonni keenya lammiilee liyyuu poolisiin qe’ee isaanii irraa buqqifaman Ziyaaran
Ustaazonni keenya gara godina Baalee imaluun lammiilee Oromoo liyyuu poolisiin qe’ee isaanii irraa buqqifaman Ziyaaran Miseensoonni Koree Furmaata barbaadduu hawaasa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Duulli Imaama Masjid al-Aqsaa hiiksisuu irratti xiyyeeffateTurkiyaa keessatti jalqabame
Gamtaan Ulamaa’ota Addunyaa, Isra’eel Imaama Masjid al -Aqsaa Shekh Ra’ed Salah mana hidhaatii akka gad dhiiftuuf duula jalqabuu beeksise. Duula…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

MELBOURNE CRASH: DRIVER ARRESTED AFTER HITTING PEDESTRIANS
Pellentesque in ipsum id orci porta dapibus. Vestibulum ante ipsum primis in faucibus orci luctus et ultrices posuere cubilia Curae;…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Salaata
Salaatni ibaadaa muslimni tokko nama muslima hin tahin irraa adda ittiin ta’u. Salaataan malee namni tokko muslima tahuu hin danda’u.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Sabaata
Sufyaan ibnu Abdullaah Rabbi irraa haa jaalatuu “Yaa Rasuulallaah, Islaama keeysatti waaniin si malee nama biraa hin gaafanne naaf himi.”Je’ee…
Guutuu Dubbisi »










