-
Odeeyfannoo

Baay’inni namoota liyyuu Poolisiin Buqqifamanii Miiliyoona 1 gahe.
Walitti bu’iinsa daangaa naannoolee Oromiyaa fi Somaaleetiin walqabatee lakkoofsi namoota qe’ee isaanii irraa buqqifamanii miiliyoona tokko akka gahe UN beeksise…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Loltoonni Isra’eel West Bank keessatti weerara raawwataniin lubbuu namaa galaafatan
Loltoonni Isra’eel West Bank magaalaa Jiniin Keessaatti weerara Sabtii kaleessaa raawwataniin, mucaa waggaa 19 tokko rasaasaan mataa isaa keessa rukutuun…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hawaasni Oromoo Magaalaa Riyaad lammiilee qe’e isaanii irraa buqqifamaniif Birrii 1,100,000 ol walitti qaban.
Hawaasni Oromoo biyya Sa’udii Magaalaa Riyaad Keessa jiraatu, lammiilee Oromoo daangaa Somaalee irraa buqqifamanii gammoojjii Baalee keessatti rakkinaaf saaxilaman gargaaruuf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee imale.
Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee Aanaa Beeltuu magaalaa Addeleetti imalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Finciltoonni Suuriyaa Xiyyaara waraana Ruusiyaa rukutuu beeksisan
Finciltoonni Suuriyaa Xiyyaara Waraanaa Ruusiyaa mootummaa Bashaar Al-Asaad waliin tahuun naannawa Idliib kan too’annaa finciltootaa jala jiru keessatti Sabtii har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Namichi Briiteenitti Muslimoota Masjiidaa bahaa turan Makiinaa itti buusee ajjeese hidhaa waggaa 43tiin adabame.
Namtichi Daren Osborne jedhamu waggaa dabre ji’a Waxabajjii keessaa, Muslimoota Masjiida Kaaba Landanitti argamutti salaatanii bahaa turan konkolaataa irra oofuun…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dooniin baqattoota feete takka galaana Meeditiraaniyaan keessatti dhidhimtee namoonni 90 ol du’an.
Dooniin baqattoota feetee qarqara Liibiyaa irraa gara Awurooppaatti imaalaa turte takka galaana Meeditiraaniyaan keessatti dhidhimuun, yoo xiqqaate lubbuun namoota sagaltamaa…
Guutuu Dubbisi » -
NHTV

Godina Baalee Aanaa Sawweenaa Ganda Qunnii
Jiruun addunyaa Faraqaadha. Guyyaan tokko gammachu, guyyaan tokko gadda. Barri tokko quufa. Barri tokko beela. Yoo gandi tokko gammachuun ililchu,…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hogganaan Dhaaba Mormituu Keeniyaa anis Prezdaantii jedhee Kakate
Hogganaan dhaaba mormituu Keeniyaa Raayilaa Odiinga sirna magaalaa guddoo biyyattii Naayiroobii keessatti gaggeeffameen anatu ummataan filame jechuun taayitaa prezdaantummaa fudhachuuf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hamiid Muhammad Hidhaarraa Hiikame
Obboleewwan Muslimaa 19 galmee Khadiir Muhammad jalatti himataman keessaa tokko kan tahe, Hamiid Muhammad hidhaan waggaa shanii fi ji’a jahaa…
Guutuu Dubbisi »










