-
Awrooppaa

Turkiyaan waraanni Ameerikaa magaalaa Maanbiij keessaa akka bayu akeekachiiste.
Angaawoonni Turkiyaa fi Ameerikaa Arba’aa kaleessaa duula Turkiyaan Suuriyaa keessatti jalqabde ilaalchisee bilbilaan mari’ataniiru. Ministeerri haajaa alaa Turkiyaa marii hooggantoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Makkalaakayaan Magaalaa Qobbootti Nama Heddu Ajjeese.
Naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa Magaalaa qobboo keessatti haleellaa waraanni Makkalaakayaa ummata irratti raawwateen, yoo xiqqaate namoonni torba kan ajjeefaman…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Balaa Farshoo
Qorannoon dhiheenya kana argame dhugaatii alkoolii dhuguun dhukkuboota hedduuf nama saaxila jedha. Amma dura dhugaatii alkoolii dhuguun dhibee kaansarii tiruu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

durooma qalbii
Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e “Durummaan (tujjaarummaan) heddumina qabeenyaa qofaa miti; garuu durooma qalbiitu durooma (dhugaati).” Bukhaarii Hadiisni wanni…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Jarmanitti Qondaalli Paartii AfD tokko Islaamummaa Qeebaluun Gabaafame.
Jarman keessatti Qondaalli ol’aanaan Paartii jibbiinsa Muslimootaa leellisuu tokko Islaamummaa qeebaluun paarticha gad lakkise. Hogganaa Ol’aanaa paartii “Alternative for Germany(AfD)”…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Saalih Muhammad Qaallittii Keessatti Dararamaa Jira.
Obboleessi yakka ajjeechaa Sheikh Nuuruu Yimaamiin himatame mana hidhaa Qaallittii keessatti dararaan hamaan irratti raawwatamuun gabaafame. Basaastonni mootummaa Sheikh Nuuruu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Kuweeyti Lammiileen biyya alaa hayyama jireenyaa hin qabne akka bahan akeekkachiise
Ministeerri biyya keessaa Kuweeyt ibsa guyyaa kaleessaa baaseen lammiileen biyyoota adda addaa kan hayyama jireenyaa hin qabne, January 29 irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

“Anaafi namni yataamaa guddise Jannata kheeysatti akka lameen tanaati”
Rasuulli salallaahu aleeyhi wasallam akkana je’e: “Anaafi namni yataamaa (ilmaan abbaan irraa du’e) guddise Jannata kheeysatti akka lameen tanaati”je’e quba…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Makiinaa Shofeera Malee Deemtu
Amma booda Shofeerri gursaa buleefii shofeerri machaawes yaaddoo takka malee makiinaa oofuuf deema. Konkolaataan kun Self Driving Car jedhama. Self-Driving…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Makkalaakayaa Godina Booranaa fi Shawaa bahaa keessatti namoota heddu ajjeese
Guyyaa Kaleessaa Godina Booranaa Aanaa Mooyyaalee keessatti waraanni makkalaakayaa dargaggoota irratti dhukaasuun, nama tokko ajjeesee tokko ammoo madeessuun beekame. Dargaggoo…
Guutuu Dubbisi »










