-
Og-Barruu

Toltuu dalagdu sumaafi. Hamtuu dalagdus sumatti deebiti.
© Abu Ibtisam Dubartiin takka ganama hunda maatii isiitiif daabboo dalagdi. Daabboo tokko ammoo rakkataa karaa irra deemuuf jettee tolchiti.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Nama Akkaan Nama Fayyadu
Rasuulli (SAW) akki je’e: Irra jaalatamaan namaa Rabbi biratti, nama akkaan nama fayyadu. Irra jaalatamaan dalagaa Rabbi biratti, gammachuu ati…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dhukkuba Kaayyoo dhabuu
Hundi keenya Kaayyoo qabna. Namni barumsa baratu, kaayyoon isaa waanuma 2, guddatu 3 hin dabru. Takkaa beekmsa argachuu, takkaa eega…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Eenyuutu jechoota shanan tana narraa fudhatee itti dalaga?
Qophii: Abbaa Muhammad (Jafar Bayaan) Abuu Hureeyraan akki je’u, Rasuulli sallallaahu Aleeyhi wasallam “eenyuutu jechoota kana narraa fudhatee isiitti dalaga…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Baalee Roobee magaalaa Roobeetti sagantan Ijaarsa masjidaatiif galii waliitti qabu geggeeffame.
Guyyaa har’aa godina baalee magaalaa Roobeetti sagantaan mallaqa ijaarsa masjidaaf walitti qabu geggeeffame ooleera, Barattootni Koollejjii barsiisota Roobee mooraa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Saayinsiif Teknoolojii

Uber
Rakkina biyya teenya keeysatti akkaan beekamu keessaa tokko rakkina taaksiiti. Nama hedduu osoo taaksii eeguu sa’aan hojii jala dabra. barataa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Malikni Urduun biyyi isaa labsii Ameerikaan Alquds irratt baafte kan hin fudhanne tahuu itti aanaa prezdaantii Ameerikaatiif beeksise.
Itti aanaan prezdaantii Ameerikaa Maayik Peens daaw’annaa biyyoota Baha jiddu galaa keessatti jalqabeen Ganama har’aa Kaayiroo keessatti prezdaantii Masrii waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Waldiyaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafate
Naannoo Amaaraa Godina Wolloo magaalaa Waldiyaatti haleellaa waraanni Makkalaakayaa guyyaa kaleessaa hawaasa nagayaa irratti raawwateen yoo xiqqaate namoonni 5 ajjeefaman.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waajjiraaleen Federaala Ameerikaa Cufaman
Kongirasiin Ameerikaa waldhabbii dhima godaantotaa irratti uumameen bajataa gadi lakkisuuf waliigaluu waan dhabaniif waajjiraaleen mootummaa Federaala Ameerikaa cufaman KrogerFeedback Gift Card…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Turkiyaan finciltoota Kurd irratti duula banuu isii beeksifte
Prezdaantiin Turkiya Rajab Xayyib Erdogaan biyyi isaa finciltoota Kurd kanneen daangaa Suuriyaa fi Turkiya keessa maandheffatan irratti duula lafoo kan…
Guutuu Dubbisi »









