-
Koroonaa

Mootummaan Chaayinaa dandeettiin dhibee ittisuu talaalliiwwan Covid-19 biyyattiin oomishtuu gadi-aanaa ta’uu amane
Qondaallii olaanaan to’annoo dhibee Chaayinaa Gahoo Fu akka himetti, talaalliiwwan Covid-19 biyyattiin oomishtu, dhibee kana namaarra ittisuuf “ga’umsa cimaa hin…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Hiika Soomaa fi Ramadaanaa
Akka lugaatti sooma jechuun nyaata, dhugaati, dubbii fi qunnamti saalaa irraa of qabuudha. Akka shari’aatti immoo Rabbiif jedhanii wantoota sooma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kolleejjiin Islaamaa Iimaan barattoota 333 eebbisiise
Kolleejjiin Iimaan kan magaalaa Finfinneetti argamu, guyyaa hardhaa barattoota 333 kan sadarkaa dipiloomaa fi sartafikeetiin barsiisaa ture eebbisiise. Sagantaa Eebbaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni Kora Waliigalaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa seensa baatii Kabajamaa Ramadaanaa ilaalchisuun ibsa baasan
Miseensonni Kora Waliigalaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa fi kanneen Mana Marii Naannoolee seensa baatii kabajamaa Ramadaanaa ilaalchisuun ibsa waloo…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Qabeenya halaal horatanii sadaqaa kennachuun sadarkaa namaa ol fuudha
Qur’aana keessatti warroonni sadaqaa kennan fakkeenya ajaa’ibaa qabu.“Fakkiinyi warra qabeenya isaanii karaa Rabbii keessatti arjoomanii, akka fakkeenya firii [boqqolloo] mataa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

konfiransiin Du`aatotaa fi Imaamman Oromiyaa ibsa Ijjannoo qabxii 10 qabu baasuun golabame
Konfiransii koree hayyoota, Du`aatotaa fi Imaamman Gumii Dhimma Islaamaa Oromiyaatin qophaa’e , guyyaa kaleessaa fi har’aa magaalaa Adaamaa Hoteela ‘Teatas…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoota Mana marii dhiimmoota Islaamummaa Naannoo Somaaleetif leenjiin hubannoo hoggansaa cimsu keenname
Leenjiin kun mana marii dhiimmoota Islaamummaa naannichaatin kan qophaa’e yoo ta’u, caasaa hoggansa mana marichaa sadarkaa gadii irraa hanga naannootti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Haaji Shunii Anshoo gara ganda aakhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa Innaa Ileeyhi Raaji’uunHaaji Shunii Anshoo Godina Arsii Aanaa Munessaa Ganda Adaree Golbaatti kan dhalatan yoo tahan, naannawa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Konfaransiin Du’aataafi Imaamota Oromiyaa geggeeffamaa jira
Konfarsii Imaamotaa fi Du’aatota Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti geggeeffamaa jiru kana Majliisni Oromiyaa kan qopheesse tahuun beekamee jira. Haaluma kanaan Prezdaantiin…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Rahmata Rabbiitiin Jannata Seenan Moo Dalagaan Jannata Seenan?
Namoonni hedduun waan Rabbiin dalagaa jedhe osoo hin daleyne, waan Rabbiin hin dalaginaa jedhe ammoo dalagaa, akkasuma Salaatallee osoo hin…
Guutuu Dubbisi »










