-
Ibaadaa

Hoggaa gama Rabbii wal yaamnu fi ibaadaa hojjannu akka nama hin hifachiifnetti haala jiru hubachutu gaari!
Namticha tokkotu Rasuulatti dhufee (SAW) “Abalu hoggaa nu salaachisu waan akka malee dheereysuuf salaata fajrii tureetiin salaata” jedheen. Takkaa ergamaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Karaa Rabbii Irratti Jihaada Godhuu Feetaa?
Rabbiin rahmata isaatiin karaa ajrii ittiin argachuu dandeenyu heddu nuuf godhee jira. Nutis haga humna keenyaatiin karaa san fayyadamnee, jannata…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa murtiwwan ijoo dabarsuun goolabame
Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa kaleessa waaree booda Hoteela ililliitti jalqabame, bu’aa bahii muudate dandamachuun har’aa waaree booda murtiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Dhiifama waliif haa goonu
Dhiifama waliif haa goonu. Dhiifamaas wal haa gaafannu. Nama hin miidhin! Dogoggoraan yoo miidhaa nama irra geessite immoo dhiifama gaafatuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa Sanadii Tokkummaa Ulamootaa raggaasise
Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa har’a waaree booda Hoteela ililliitti kan jalqabame yoo tahu, Sanadii Tokkummaa Ulamootaa fi Sanadii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Yaa’ii Majliisa Federaalaa irratti qooda fudhachuuf keessummoonni magaalaa Finfinnee seenaa jiraatuu ibsame
Yaa’ii walii galaa marsaa lammaffaa mana marii dhiimmoota Islaamummaa Itoophiyaatin waamame irratti qooda fudhachuuf, hirmaatoonni kutaa biyyattii garagaraa irraa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Ministeerri Fayyaaa Qaamoleen qajeelfama tatamsaa’a Covid-19 too’achuuf bahe Cabsan hidhaa waggaa lama hanga sadiin kan adabaman ta’u ibse
Ministeerri Fayyaaa Itoophiyaa fi Abbaan Alangaa Federaalaa ibsa guyyaa har’aa keennanniin , tatamsaa’a Vaayirasichaa too’achuuf sosochii namootaa fi hawaasummaa ilaalchisee…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Kijibaan maqaa wal xureeysuurraa haa if qusannuu
Rasuulli (SAW) “Namni kijibaan maqaa namaa balleeysu jannata hin seenu”Jedhan. وعن ØØ°ÙŠÙØ© رضي الله عنه قال”:” قال رسول الله صلى…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Shafa’aa
Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhe “Guyyaa qiyaamaa ani dursaa ilmaan Aadam tahee kaafama. Namni jalqaba qabriin banamtuuf ana. Namni jalqaba…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Keeniyaan weerara Covid-19 deebi’ee dabalaa jiru qolachuuf uggura cimaa labsite
Prezdantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaataa lakkoofsi namoota Covid-19 qabaman daran dabalaa jiraatuu ibsuun, weerara kana qolachuuf jecha, kaawuntiiwwan (godinoota) shan keessatti…
Guutuu Dubbisi »










