header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa murtiwwan ijoo dabarsuun goolabame

Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa kaleessa waaree booda Hoteela ililliitti jalqabame, bu’aa bahii muudate dandamachuun har’aa waaree booda murtiiwwan ijoo dabarsuun goolabame.
Murtiiwwan kunneen jidduu ijoon:

1) Sanadii ittiin bulmaata majlisaa fi sanadii wal tahinsaa fi tokkummaa ulamootaa raggaasisee jira.

2) Tokkummaa hawaasa muslimaa booressuuf namoota socho’aa turan, keessumattuu Barreeysaan Majlisaa Obbo Taajuddiin Qaasim maqaa majlisaatiin xalayaa seeran ala barreessuu fi chaappaa sobaa hojjachiisuun sochiilee seeraan alaa raawwachuun, kufaatii majlisaatiif sababa tahuun isaa eega qoratameen booda, qaboo yaa’iitiin aangoorraa kaafamuun Haaji Nuuraddiin Daliil akka bakka isaanii kan jalqabaatti deebi’anii barreessaa tahan murteeffamee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button