header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa Sanadii Tokkummaa Ulamootaa raggaasise

Korri Waliigalaa Mana Maree Dhimmoota Islaamaa har’a waaree booda Hoteela ililliitti kan jalqabame yoo tahu, Sanadii Tokkummaa Ulamootaa fi Sanadii ittiin bulmaata Majlisichaa kanaan dura qophaaye sagalee guutuun kan raggaasise tahuu gabaafame.

Kora bu’aa ba’ii heddu booda geggeeffamaa jiru kana irratti, bakka buutonni nannolee hundi kan irratti hirmaataa jiran tahuunis beekameera.

7 Comments

  1. mashallh tabarallh amalee wonatii hojatamee kunii hawasaa musalimatifii gahadhaa natii hin fakatuu hanagaa woronii duranii anagoo irraa jiranii hunadii jijiramanitii garuu naa hofolachaa bekatotaa tenaa kunii yadaa samuu kotitii

  2. Yaani kiyya korri wal ga’i ulamaa’ii keenya kuni hootela otu hin taanee majlis ulamaa’iif mataa isa danda’e murttefachudha qabna

  3. ماشا الله ماشا الله ماشا الله تبارك الله جزاك الله خيرا
    Rabbi Umrii isaanii nuf haa dheeressu ulamaa’ii keenya ❤️

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button