-
Og-Barruu

Ammas gorfamnee yakkarraa dhaabbachuuf yeroon hin geenyee?-Ustaaz Gaalii Abbaa Boor
Jecha Rabbii guddaa, Hadiisa Ergamaa Rabbii (SAW) fi haala Qabatamaa nuti Keessa Jirru mee haa xiinxallinuu.ï»—Ùﻞْ ﻫÙï»®ÙŽ ïﻟْﻘَïŽï©ÙïÙ ï»‹ÙŽï» ÙŽï»°Ù° ïƒÙŽï»¥…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni marii olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa yaa’ii Idilee 2ffaa geggeesse
Manni marii olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa bakka keessummoonni adda addaa argamanitti yaa’ii Idilee 2ffaa geggeessaa ture milkiin xumure. Yaa’iin…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Rakkoon Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Keessa Jiru Maal?
Mul’anni Dhaabbata waaraa ijaaruu namoota aangoo irra jiraniin gufateera Ustaaz Ahmaddin Jabal irraa Rakkoolee bakka hundaa Muslimoota mudatuufi kan akka…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Waraanni Afrikaa Kibbaa seera dubartoonni Muslimaa Hijaaba akka hin uffanne dhorku kaase
Waraanni Afrikaa Kibbaa seera dubartoonni muslimaa miseensa waraana biyyattii tahan, Hijaaba akka hin uffanne dhorku jijjiruu, Dhaabbanni mirga namoomaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen Boordii Hoji Raawwachiistuu Majlisa Federaalaa, tarkaanfiin hojii irraa ugguruuf itti fudhatame “kan seeraa alatti” jedhe
Manni marii Ulamaa Itoophiyaa guyyaa lama dura, Koree Boordii hoji raawwachiistuu Majlisa Federaalaa haal-duree tokko malee hojii irraa ugguruu xalayaan…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Qur’aanni maal nu barsiisa?-Ustaaz Jafar Bayaan
Qur’aanni irra caalaa gorsaati. Namni isa baratee barsiisus abbaa fedhe caala. Beekkumsa fedherra kan guyyaa qiyaamaa nama fayyadus Qur’aana. Kanaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Manni Marii Ulamaa Itoophiyaa, Koree Boordii Hojii Raawwachiistuu Majlisa Federaalaa hojjii irraa ugguru gabaafame
Manni Marii ulamaa Majlisa Federaalaa, Koree boordii hoji raawwachiistuu mana marichaa ugguruu xalayaan kan beeksise tahuu dhagahame. Koreen boordii kun…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Fuula Rabbii arguu
“‹”‹Qananiin hunda caalu fuula Rabbii nu uumee arguudha. Salphinniifi hoongoon hundaa olii Rabbii ofii arguu irraa dhorgamuudha. Kanaafuu kaafiroonni Rabbiin…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Qajeelfama Nama Hunda Fayyadu -Gali Abbaa Boor
Namni kamuu kan inni ittiin gammadu kaayyoon inni qabu isaaf milkaa’uudhaani. Kaayyoon Muslima kamiiyyuu jaalala Rabbii argatee jannata ol aanaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Jaalala Rabbii Argachuuf”¦
Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad ((SAW)) tti dhufee ” yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na jaalatutti…
Guutuu Dubbisi »










