Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Du’aa’iin akkamitti qeebalamti?
Du’aa’iin akkamitti qeebalamti? Rabbiin na kadhaa isiniifiin qeebala je’e jira. Garuu kadhaa nuti isa kadhannu akka qeebalamtu seeraa fii heera…
Guutuu Dubbisi » -

Kadhaa Rabbiitu caala
Rabbi kadhachuun hundarra caala Du’aa’ii godhatuun sadarkaa guddaa qaba. Rabbiin warra isa kadhatuuf qeebaltii beellama seenee jira. Rabbiin ol tahe…
Guutuu Dubbisi » -

Qeeyroo Muslimaa Rabbiin maaliif sii uume?
Qeeyroo Muslimaa dhagayi! Rabbiin waan si uumeef beeytaa? Rabbiin wanni si uumeef guddoon akka isa qofa gabbartuuf, akka isaaf of-kennitee…
Guutuu Dubbisi » -

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19 Lakk. 3
Dr. Nuredin Luke VII. Ka’umsi vaayirasii kanaa maaliidha/eessaa ka’ee? * Dhukkubni VaayirasiiKoronaa yeroo ammaa muldhachaa jiru (COVID-19) kun biyya Chaayinaa,…
Guutuu Dubbisi » -

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19 Lakk. 2
Dr. Nuredin Luke irraa IV. Namni tokko vaayirasichaaf erga saaxilamee turtii yeroo hangamii booda mallattoo dhukkubaa muldhisuu eegala? Namni tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Waa’ee Coronavirus fi COVID-19
Qophii Dr. Nuredin Luke I. Coronavirus (KoronaaVaayirasiin) maaliidha? KoronaaVaayirasiin gartuu vaayirasii keessaa tokko ta’ee irra jireessaan sirna hargansuu namaa kan…
Guutuu Dubbisi » -

Koroonaa-vaayras irraa hubannoof
Akkuma beekkamu, dhukkubni Koroonaa-vaayras jalqaba biyya Chaaynaatti mul’ate. Tohannoo mootummaa Chaaynaa ala tahuun biyyoota Addunyaaw 60 ol gahuun isaa ifa.…
Guutuu Dubbisi » -

MAALIIF HIN SALAANNE?
Salaanni dirqama guddaa Rabbiin nurra kaaye. Waan warra amanee fii kafare addaan fooyu. Qunnamtii gabrichaa fii Rabbii isaa jidduu jirtu.…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa tamsa’ini dhibee Vayirasii Koroonaa Sadarkaa yaaddeessaa irra gahuu akeekkachiise
Daayrektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr. Tedroos Adihanom ibsa Khamiisa har’aa kenneen, biyyoonni Addunyaa tamsa’ina Vayirasicha ittisuudhaaf hatattamaan tarkaanfii cimaa yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Mana keessan qabroota hin godhinaa
© Usmaan Abdullaxiif Ammaa amma deddeebi’aa Qur’aana itti qara’aa. Qur’aanni gaarii nutti harkisee, hamtuu nurraa ittisa. Mana Qur’aanni keessatti qara’amu…
Guutuu Dubbisi »






