Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

-

Bison (Baaysan) Gafarsa Ameerikaa
Waahee uumama kanaa Viidiyoo kanarraa daawwadhu Uumamni kun Biyyoota Ameerikaa Kaabaa keessatti argama. Sababa kanaafis gafarsa Ameerikaa jedhanii waaman. Baaysan…
Guutuu Dubbisi » -

Dallansuu Toohachuu
Amala ilmi namaa waliin uumame keessaa inni tokko dallansuudha. Dallansuun firummaa kutti, fayyyaa nama dhoorgiti, qabeenya namaa keessaa barakaa fuuti.…
Guutuu Dubbisi » -

Pelikaan(Pelican)
Allaattiin kun Pelikaan(Pelican) jedhama. Uumamni kun Ardii Antarkitikaa yoo taate malee, Ardiiwwan hafan hunda keessatti ni argama. Sanyiin uumama kanaatis…
Guutuu Dubbisi » -

Appilikeeshiiniin Telegram biyyoota addunyaa heddu keessatti dhaabbatee akka ture beekame
Appilikeeshiiniin Telegram ganama har’aa irraa jalqabee biyyoota addunyaa heddu keessatti dhaabbatee akka ture dhaabbatichi beeksise. Dhaabbatichi gama Twitteriitiin akka ibsetti,…
Guutuu Dubbisi » -

Iguwaanaa (Iguwaanaa), Sanyii Lootuu Ajaa’ibaa
Uumamni kun sanyii lootuu keessaa isa tokko yoo ta’u, guddina qaamaatiinis lootuuwwan gurguddaa keessatti ramadama. Qophii hardhaa kana keessatti, uumama…
Guutuu Dubbisi » -

Baarakudaa, Qurxummii Ilkaan Qaraa
Dachiin irra jiraannu tun harka dhibba keessaa harki 75 bishaaniin uwwifamee jira. haaluma kanaan baay’ini lubbu qabeeyyii bishaan keessa jiraniitis,…
Guutuu Dubbisi » -

Avocet (Avoset), Allaattii Ajaa’ibaa
Uumamni har’a isiniif dhiheessu, uumama Rabbiin xiyyeeffannaa guddaan akka ilaallu nutti hime keessaa isa tokko. Rabbiin guddaan Suuratul Nahl, Suuraa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagaleen Hawaasa Muslimaa Haa Dhagahamu!
Hawaasni Muslimaa Itoophiyaa mirgi amantiisaa akka kabajamu waggoota hedduuf, keessattuu bara 2012 irraa eegalee, qabsoo hadhaawaa taasisaa turee jira. Miseensonni…
Guutuu Dubbisi » -

Seenaarraa haa barannu
Rabbi (SW) ergamtoota garagaraa gara dachii kanaa ergee, dhaamsa qajeelaa akka nu biraan gahan taasiseera. Ergamtootaa fi Nabiyyoonni namootuma akka…
Guutuu Dubbisi »










