Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

Waa Argamsiisuu Ykn Kalaquu
Addunyaa tanarra carraalee heddutu jira. Carraa nuti lakkoofnee xumuru hin dandeenye. Uumamni dachii tanarra jiru ammoo tokkoon isaallee mudaa hin…
Guutuu Dubbisi » -

Wanti Akka Tasaa Uumame Hin Jiru!
Wanti akka tasaa argame hin jiru. Uumamni Hundi isaatuu Dizaayin godhamee lafa kaayame. Harki keenya harka keenya. Harki uumama biraa…
Guutuu Dubbisi » -

Addunyaan tun akkamitti uumamte?
Warri amantii hin qabne, hawaan tun akka tasaa uumamte jedhan. “Addunyaa tanarra dur dhoohinsa guddaa Big Bang jedhamutu ture. Innis…
Guutuu Dubbisi » -

Tuwaataraa (Bineensa Ija Sadihii)
Bineensi kun Tuatara jedhama. Tuataran sanyii lootuu biyya Niiwziilaand keessatti qofa argamuudha. Ardii Niiwziilaand irra dur hantuutni hin waan hin…
Guutuu Dubbisi » -

Jarboowaa
Uumamni kun Jarboowaa jedhama. Uumamni kun sanyiiwwan garagaraa 30 ol qaba. Qubsumni uumama kanaatis naannoowan gammoojjii Afriikaa Kaabaa fi Eeshiyaati.…
Guutuu Dubbisi » -

Haag Fiish
Qaamman bishaanii keessa gad fagaannee yoo deemne, uumamaalee ajaa’ibaa heddu argina. Uumamaaleen akkaan sodaachisaa fi haalli isaa hundi namaa hin…
Guutuu Dubbisi » -

Binturoong
BINTUROONG Binturong bineensota akka Mongoose, Fossa, xirinyii fi Genets jedhamiin waliin walitti dhiheenya qaba. Uumamni kun maqaa Bearcat jedhamuunis ni…
Guutuu Dubbisi » -

Baawobaab
MUKA KANA BEEYTUU? Sanyiin Muka kanaa sagaltu jira. Inni jahaa Maadaagaaskaar qofa keessatti argama. Lama dachii Afriikaa Kibbaa fi Arabiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Istiingrey
STINGRAY Uumamni kun Stingray jedhama. Stingray Sanyii qurxummiiti. Qaamni uumama kanaatis kan ajaa’ibaati. Qaamni isaa akka eelee biddeenaa ykn ammoo akka sahanii…
Guutuu Dubbisi » -

Jaguwaarandii
Mee amma ammoo Xayyaara yaadaa yaabbannee gara ardii ameerikaa haa imallu. Bineensi hardhaaf isinii filadhes Sanyii Adurreeti. Bineensi kun Jaguarondi…
Guutuu Dubbisi »










