Eeshiyaa
Odeeyfannoo Eeshiyaa
-

Alii Abdallaah Saalih ajjeeffame
Prezdaantiin Yaman kan duraanii Ali Abdallaah Salah, haleellaa gareen Huusii mana jireenyaa isaa magaalaa Sana’aa keessatti argamu irratti raawwateen kan…
Guutuu Dubbisi » Green Huusii Misaa’ela Baalistikii gara dhaabbata Humna Niiwkularii Emireets dhukaasuu beeksise
Gareen Huusii Misaa’ela Baalaastikii Yaman irraa, gara dhaabbata humna Niiwkularii Emireets magaalaa Abuu Daabii cinatti ijaaraa jirtuutti kan darbate tahuu…
Guutuu Dubbisi »-

Israa’eel buufata waraana Suuriyaa tokko Misaa’elaan dhoofte.
Buufanni waraana Suuriyaa kan guyyaa har’aa Isra’eel haleellaa irratti raawwatte kun, naannawa magaalaa guddoo Suuriyaa Dimaashqiitti kan argamu yoo tahu, Misaa’elaan…
Guutuu Dubbisi » -

Kooriyaan Kaabaa ammas Yaalii Misaa’ela Balastikii goote.
Kooriyaan Kaabaa yaalii Misa’elaa Balastikii guyyaa kaleessaa Nov 28/2017 gooteen Nuklarii sadarkaa ol’aanaa ta’e gonfachuu isii labsite. Misaa’elli biyyattiin guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’udii namoota beekkamoo too’annaa jala oolche dararaa jiraachuu "Daily Mail" gabaase.
Mootummaan Sa’udii namoota beekkamoo maqaa malaammaltummaatiin too’annaa jala oolche, bitamtoota biyya alaa qaxaree kan dararaa jiru ta’uu “Daily mail” gabaase. Torbaan…
Guutuu Dubbisi » Sa’aad Hariirii gara Lubnaan kan deebi’u ta’uu beeksise
Muummicha ministeera Lubnaan kan ture Sa’aad Hariirii eega Sa’udii irraa taaytaa lakkisuu isaa beeksisee booda yeroo jalqabaatiif gaafi fi deebisaa…
Guutuu Dubbisi »-

Gaazexaan Jarmaan kan Der Tagesspiegel jedhamu, lammummaa baqattoota galaana Meeditraaniyaan irratti lubbuun isaanii darbee tarreesse.
Gaazexaan kun gabaasa isaa kan jimaata kaleessaa baase irratti, lammiilee biyyoota adda addaa kan cunqursaa mootummoota abbaa irreetiin biyya isaanii…
Guutuu Dubbisi » Mootummaan Sa’udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle akeekkachiise
Mootummaan Sa’udii lammiileen isaa gara Lubnaan akka hin imalle fi kan achi keessatti argamanis ariitiin biyyattii lakkisanii akka bahan akeekkachiise.…
Guutuu Dubbisi »-

Qondaalli U.N. Yaman Beela Hamaaf kan Saaxilamaa jirtu tahuu Akeekkachiise.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Itti aanaa dhimmoota Namoomaa kan ta’e, Mark Lowkok, Gamtaan Waraana Biyyoota Arabaa Sa’udiin durfamuu uggura Yaman irra…
Guutuu Dubbisi » Himannaa Sa’uudii hordofuun Ameerikaan Iiraan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu Dhaabbata Mootummoota gamtoomanii gaafatte.
Hidhattoonni Huusii Misaa’ila Baalastikii Yaman irraa gara Magaalaa Riyaaditti darbachuu isaani hordofuudhaan, mootummaan Sa’udii Misa’illi Sun kan Iiraan ta’uu ibsuuun,…
Guutuu Dubbisi »






