Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Lammiileen Ityoophiyaa 451 mana hidhaa Sa’uudii irraa lakkifamuun gara biyyaatti deebi’uu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa 451 Sa’uudii magaalota Jiddaa, Jiizaan fi naannolee adda addaa keessatti hidhaa irra turan lakkifamuun…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Qondaaltota Naannoo Oromiyaa Malaamaltummaan shakkamanii too’annaa jala oolfaman 56 gahuu gabaafame
Komishiiniin Farra Malaamaltummaa naannoo Oromiyaa qorannoo geggeessaa ture irratti hundaayuun, namoota yakka qabeenya mootummaa fi ummata qisaasuutiin shakkaman jidduu 56…
Guutuu Dubbisi » -

Rakkoo lixa Oromiyaa keessatti dhiheenya muudateen namoonni 41 ajjeefamuu ibsame
Hogganaan Poolisii Oromiyaa Komishinar Alamaayahu Ijjiguu ibsa miidiyaaleef kenneen akka jedhetti, namoota ajjeefaman jidduu 12 miseensota poolisii Oromiyaa, 27 namoota…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan ABO obbo Daawud Ibsaa mootummaan naannichatti nageenyi akka bu’u yoo barbaade dhaabni isaa mariif qophii tahuu beeksise
Obbo Daawud Ibsaa ibsa hardha miidiyaalee kenne irratti, hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo fi loltoota mootummaa jiddutti walitti bu’iinsi kan uumame…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking: Qondaaltonni Naannoo Oromiyaa Malaamaltummaan shakkaman heddu too’annaa jala kan oolfaman tahuu gabaafame
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qondaaltota duraanii too’annaa jala oolchuu kan jalqabe yoo tahu, qondaaltota qabaman jidduu hoggantoonni Dhaabbata Liqii fi Qusannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Baalaa Fanjii naannoo Benishaangul Gumuzitti dhaqqabeen namoonni 10 ajjeefaman
Balaan kun Makiinaa magaalaa Asoosaa irraa gara Toongoo nama 18 fe’atee imalaa ture irratti kan dhaqqabe yoo tahu, namni 10…
Guutuu Dubbisi » -

Namtichi Jannata dhaqee deebi’e jechuun ummata gowwoomsaa ture hidhame
Naannoo Amaaraa godina Goondar aanaa Xagadee ganda Irgooyyee jedhamu keessa jiraataa kan tahe Qannaawu Abajjee, “Sadaasa 21/2011 halkan keessa sa’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa fi Emreets yakkoota faayinaansii daangaa cehan waliin ittisuuf walii galan
Ministeerri haajaa alaa Dr Warqineh Gabayyoo fi ministeerri haajaa alaa Emreets Sheikh Abdullah Bin Zaayid Al-Nahyah Isniina kaleessaa Abu Daabii…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Mooyyalee Humni Federaalaa akka too’atu ajajamuu gabaafame
Lola hamaa godina Booranaa magaalaa Mooyyalee keessaatti hidhattonni naannoo Soomalee meeshaa waraanaa gurguddaan geggeessaa jiran hordofuun, humni Federaalaa magaalaatti akka…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaan Hidhattoonni Naannoo Somaalee Magaalaa Mooyyaalee keessaatti raawwatan hammaatee itti fufee jira
Hidhattoonni naannoo Somaalee Isniina dabre irraa jalqabee Magaalaa Mooyyaalee keessatti lola hamaa kan jalqaban yoo tahu, lolli kun hanga guyyaa…
Guutuu Dubbisi »










