Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Raayyaan ittisaa Iddoowwan rakkoo nageenyaa qaban tasgabbeessaa jiraatuun ibsame.
Ministeerri raayyaa Ittisa biyya Obbo Mootummaa Maqaasaa ibsa guyyaa har’aa miidiyaaleef kenne irratti; “Raayyaan Ittisa biyyaa rakkoo nageenyaa naannoo Somaaleetti…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Itiyoophiyaa fi ABO’n Waliigaltee Nageenyaa Mallatteessan
Jilli Mootummaa Itoophiyaa Prezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa fi Ministeera haajaa alaa Dr Warqineh Gabayyoo tiin hoogganamu guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jeequmsa Magaalaa Jijjigaatti ka’e hordofuun Ministeerri Raayyaa ittisa biyya ibsa baase.
Prezdaantiin naannoo Somaalee Abidi Muhammad Umar naannichi biyyattii irraa fottoquu labsuudhaaf qophaayaa jiraachuun isaa eega himamee booda waraanni makkalaakayaa Sabtii…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Naannoo Somaalee Abdi Muhammad Umer taayitaa irraa kaafame.
Itti gaafatamaa Biiroo Bishaan naanichaa kan ture Ahmad Abdi Muhammad yeroodhaaf prezdaantii naannichaa tahuun filatameera. Waraanni makkalaakayaa fi poolisiin Federaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Dirree Dhawaa Keessatti umameen lubbuun nama 10 darbe
Guyyaa kaleessaa magaala Dirree Dhawaa ganda 09tti walitti bu’iinsa uumameen lubbuun nama 10 darbuu Komishiniin Poolisii magaalattii beeksise. Namoota du’an…
Guutuu Dubbisi » -

Xiinxalaa siyaasaa fi Daayrektaarri OMN Obbo Jawaar Mohaammad Finfinnee Seene
Jilli Jawaar Muhammadiin durfamu Ganama kana Finfinnee buufata Xayyaara Boolee yemmuu seenu qondaaltota mootummaa dabalatee namoonni heddu simatanii jiru. Jawaar…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan Aanaa Zuwaay Dugdaa magaalaa Haburaa keessatti geggeeffamaa jira
Godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaa magaalaa Haburaa keessatti sagantaan Da’awaa guddaan guyyaa lamaaf turu geggeeffama jira. Sagantaan kun guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Deeggartoonni prezdaantii Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa keessatti jeequmsa hamaa kaasan
Magaalaan Jigjigaa jeequmsa hamaa keessa jirti. Deeggartoonni Prezdaantichaa fi waraanni Liyyuu poolisii lubbuu fi qabeenya Saboota biroo irratti haleellaa raawwataa…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Jigjigaa too’ate
Waraanni makkalaakayaa ganama har’aa Paarlaamaa naannichaa fi dhaabbata televizhiinii naannoo Somaalee dabaltee dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa too’annaa jala kan oolche…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan alangaa namootan magaalaa Finfinnee keessatti haleellaa boombii raawwachuun shakkaman irratti himannaa banuuf akka tahe ibse
Waxabajjii 16/2010 hiriira deeggarsaa muummicha ministeeraa magaalaa Finfinnee keessatti gaggeeffame irratti haleellaa boombii raawwatameen namoonni lama du’uun 150 ol ammoo…
Guutuu Dubbisi »










