Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ameerikaan loltoota isii Suuriyaa baasuudhaaf sochii jalqabde kan itti fuftu tahuu beeksiste
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Maayik Pompiyoo baha jiddu galeessaa keessatti daaw’annaa hujii kan geggeessaa jiru yoo tahu, har’a Kaayiroo keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa finciltoonni Huusii Xiyyaara Droonitiin buufata waraana Yaman irratti raawwattaniin loltonni mootummaa heddu kan ajjeefaman tahuu gabaafame
Haleellaan kun Khamiisa har’aa Kibba Yaman kutaa Lahiij keessatti, loltoota buufata humna qilleensaa Anad jedhamu keessatti muldhisa waraanaa geggeessaa turan…
Guutuu Dubbisi » -

Filannoo Prezdaantummaa Kongoo-DRC keessatti geggeeffameen hogganaan paartii mormituu kan injifate tahuu gabaafame
Komishiiniin Filannoo biyyattii bu’aa Filannoo prezdaantummaa December 30/2018 geggefamee halkan edaa kan ibse yoo tahu, haaluma kanaan hogganaa paartii mormituu…
Guutuu Dubbisi » -

Kongirasiin Ameerikaa wixinee seeraa sochii deeggartoota Falasxiin ugguruuf qophaaye kuffise
Wixineen seeraa miseensota paartii Ripaablikaanotaatiin dhihaate kun, sochii gareewwaan deeggartoota Falasxiin biyyattii keessatti geggeessan kan balaaleffatu yoo tahu, keessumattuu Sochii…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa naannoo Amaaraa magaalaa Gandaa Wuhaatti uumameen namni 9 ajjeeffame
Naannoo Amaaraa godina Goondar lixaa magaalaa Gandaa Wuhaa jedhamutti guyyaa kaleessaa jiraattootaa fi raayyaa ittisa biyyaa jiddutti walitti bu’iinsa umameen,…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Ayarlaand daaw’annaa hujiitiif Finfinnee seene
Muummichi ministeera Ayarlaand Liyoo Varadkaarn ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, gita isaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad waliin…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Tigraay Magaalaa Shiree keessatti Makiinotaa fi meeshaaleen waraana makkalaakayaa gurguddaan ugguramuu gabaafame
Ummanni magaalattii milishaan naannichaa waliin tahuun meeshaan waraanaa tokkollee naannichaa bahuu hin qabu sababa jedhuun, Ooraalii Makkalaakayaa 60 dabalatee meeshaalee…
Guutuu Dubbisi » -

Gabon Update: Mootummaan Gaaboon yaalii fonqolcha mootummaa fashaleessuu beeksise
Dubbi himaan mootummaa biyyattii Guy-Bertrand Mapangou Radio France International’f akka himetti, dhaabbata Raadiyoo biyyoolessaa dabalatee dhaabbilee loltootnni fonqolcha yaalan qabatanii…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Loltoonni Gaaboon dhaabbata Raadiyoo biyyattii too’achuun yaalii fonqolcha mootummaa kan geggeessaa jiran tahuu gabaafame
Loltoonni kunniin ganama har’a dhaabbilee mootummaa heddu kan too’atan yoo tahu, Raadiyoo biyyooleessaatiin mufii mootummaa irratti qaban ibsuun dhaabbileen hundi…
Guutuu Dubbisi »










