header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Gabon Update: Mootummaan Gaaboon yaalii fonqolcha mootummaa fashaleessuu beeksise

Dubbi himaan mootummaa biyyattii Guy-Bertrand Mapangou Radio France International’f  akka himetti, dhaabbata Raadiyoo biyyoolessaa dabalatee dhaabbilee loltootnni fonqolcha yaalan qabatanii turan  hunda mootummaan biyyattii deebisee kan too’ate tahuu ibse. Dabalataanis loltoonni yaalii fonqolcha mootummaa ganamaa har’aa kana irratti hirmaatan hundi kan qabaman tahuu hime.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button