Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Prezdaantiin Suudaan Umar Hasan Al-Bashiir gara Damashiq imaluun Bashaar Al-Asaad waliin mari’ate
Ejensiin odeeyfannoo mootummaa Suuriyaa akka gabaasetti, Bashaar Al-Asaad buufata Xiyyaara Damashiqitti argamuun Prezdaant Al-Bashiir eega simatee booda, gara masaraa biyyoolessaatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Hamaas Prezdaant Mahmuud Abbaas waliin mari’achuuf qophii tahuu beeksise
Hogganaan Hamaas Ismaa’il Haniyyaa Alhada har’aa ayyanaa hundeeffama dhaabbatichaa waggaa 31 irratti haasaya goddheen, wal dhaabbii dhaabbilee Falasxiin jidduu jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Oromoo Magaalaa Mooyyalee irraa buqqa’an rakkoo irra jiraatuu ibsan
Lola hidhattonni naannoo Somaalee magaalaa Mooyyalee keessatti geggeessaa jiraniin, namni heddu haala sukkanneessaa taheen ajjeefamuu akkasamus, lammiileen lakkoofsaan heddu tahan…
Guutuu Dubbisi » -

Qaxar Wal dhabbii biyyoota ollaa waliin qabdu mariidhaan furuuf fedhii kan qabdu tahuu beeksiste
Amirri Qaxar Tamiim Bin Hammaad Al-Saanii Sabtii har’aa sirna baniinsa Foramii Dohaa irratti haasaya godheen, mootummaan Qaxar biyyoota Arabaa Sa’uudiin…
Guutuu Dubbisi » -

Awustiraaliyaan Jerusalem gamni lixaa magaalaa guddoo Israa’el tahuu beekkamtii kennuu beeksifte
Muummichi ministeera Awustiraaliyaa Scott Morrison ibsa kennen, teessumma Paarlaamaa fi dhaabbilee mootummaa Israa’el kan taate magaalaan Jerusalem gamni dhihaa, magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree hawaasa muslimaa ministera nageenyaa waliin mari’atan
Marii kanaan Koreen jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa dhimmoota hanga ammaa hojjate fi kanneen fuul duraaf hojjatuuf karoorfame irratti ibsi kan…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Israa’el West Bank Weeraruun Falasxiinota heddu kan hidhe tahuu gabaafame
Waraanni Israa’eel halkan edaa West Bank weeraruun lammiilee Falasxiin 40 ol kan hidhe tahuun beekame. Namoonni hidhaman hundi mana jireenyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Mooyyalee keessatti Poolisii Oromiyaa tokko dabalatee namoota 7 ajjeessuu gabaafame
Guyyaa hardhaa miseensa Poolisii Oromiyaa kan tahe ajajaa shantamaa Abdinuur jedhamu dabalatee, namoonni 7 waraana Makkalaakayaatiin kan ajjeefaman tahuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Yamani fi Gareen Huusii magaalaa Hudeeydaa fi naannawa isii keessatti dhukaasa dhaabuuf kan walii galan tahuu gabaafame
Mootummaan Yamani fi gareen Huusii marii nageenyaa torbee dabre Siwidin keessatti jalqaban kan itti fufan yoo tahu, magaalaa Hudeeydaa tan…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Koree jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa waliin mari’aate
Mariin guyyaa hardhaa waajjira muummicha ministeeraa keessatti geggeefame kun, hojii koreen guyyaa hundeeffame irraa kaasee rakkoowwan hawaasa muslimaa hiikuuf hojjataa…
Guutuu Dubbisi »










