Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Amnistii Intarnaashinaal Badhaasa kabajaa Hoggantuu Miyanmaar Ang San Suchiif kennee ture irraa fudhate
Dhaabbanni mirga namoomaatiif falmu Amnistii Intarnaashinaal bara 2009 hoggantuun Miyanmaar yeroo mana hidhaa turte, badhaasa dhaabbatichaa guddicha “Ambassador of Conscience…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Qondaaltonni Mootummaa Ol’aanoon duraanii lama too’annaa jala oolan
Qondaaltonni ol’aanoon lamaan Birgeedar Jeneraal Kinfe Daanyawu Itti gaafatamaa Korporeeshiinii Sibilaa fi Injinariing (METEC)kan ture fi Meejar Jeneraal Teklebirhaan Wolde-Aragaay…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Federaalaa Hoggantoonni fi Miseensonni Tika nageenyaa duraanii, namoota shakkaman irratti gocha hamaa raawwataa turuu ibse
Abbaan Alangaa Federaalaa obbo Birhanuu Tsaggaayee ibsa guyyaa hardha midiyaaleef kenne irratti, qorannoo ji’oota shaniif geggeeffameen booda, hoggantooni fi Miseensonni…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa keessatti Ibiddi Ka’e yoo xiqqaate lubbuu nama 31 galaafate
Balaa Ibiddaa kanaan namoota du’aniin alattis kanneen biroo 200 ammoo achi buuteen isaanii kan dhabame tahuu poolisiin beeksise. Ibiddi bosona…
Guutuu Dubbisi » -

Weerara humni addaa Israa’el Gaazaa keessatti raawwate hordofuun Falasxiinonni torba ajjefaman
Qondaaltonni Falasxiin akka jedhanitti, loltoonni humna addaa waraana Israa’el konkolaatota Siviiliitiin dhokatanii gara Gaazaa seenuun, ajajaa waraana Hamaas Nuur Barakaa…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Islaamaa guddaan Istaadiyeemii magaalaa Harar keessatti geggeefamaa jira
Konfiransii fi Sagantaan marii Istaadiyoomii magaalaa Harar keessatti kan geggeefamaa jiru yoo tahu, Konfiransii kana irratti Koreen Hawaasa Muslimaa, Ulaamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -

Jaarmayni Tokkummaa Baratoota Oromoo biyya Suudaan barattoota haarayaaf sagantaa simannaa geggeesse
Jaarmayni kun waggaa waggaan barattoota biyya irraa Yunivarsitii fi Kolleejjiiwwan Suudaan keessatti barachuuf carraa argatanii garas imalan sagantaa baga nagayaan…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan ragaa Sagalee ajjeechaa Jamaal Khaashoqjii ibsu Sa’uudii fi Ameerikaa dabalatee biyyoota hedduuf kennuu beeksiste
Qondaaltonni Turkiyaa humnoonni mootummaa Sa’uudii ajjechaa Jamaal Khaashoqjii kallattiidhaan raawwatuu isaanii raga sagalee kan qaban tahuu ibsaa turan. Prezdaant Rajab…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa boombii mooraa bulchiinsa Aanaa Begii keessatti raawwatameen miseensonni waraana mootummaa lama midhamuu gabaafame
Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Begii Magaalaa Begii keessatti kaleessa galgala qaamni hin beekamne waraana mootummaa mooraa bulchiinsa aanichaa keessatti qubsiifame…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Dhaabbata Korporeeshiinii Sibiilaa fi Injinariingii-METEC fi qondaaltonni tikaa heddu too’annaa jala oolan
Hoggantoonni METEC duraanii fi qondaaltonni tikaa too’annaa poolisii jala oolan baay’inni isaanii 40 ol yoo tahan, guyyaa kaleessaa gamoo METEC…
Guutuu Dubbisi »










