Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Iraaq keessatti awwaalli jumlaa 200 ol argamuu gabaafame
Dhaabbatni mootummoota gamtoomanii akka jedhutti, awwaalli kunniin Kaabaa fi Lixaa Iraaq naannolee too’annaa garee daa’ish jala turan kanneen akka Ninevee,…
Guutuu Dubbisi » -

Breaking: Keith Ellison Abbaa Alangaa kutaa Minesootaa tahuun filatame
Keith Ellison bara 2006 Paartii Dimokraatotaa bakka bu’uun Kutaa Minesoota irraa miseensa Kongirasii Ameerikaa tahuun filatamee tajaajilaa ture. Amma ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Ilhaan Umar fi Rashiidaa Xaalib dubartoota Muslimaa yeroo jalqabataafii Kongirasii Ameerikaatiif filataman tahuun seenaa hojjatan
Ilhaan Umar dubartii lammii Somaalee yoo taatu, waggaa diigdama dura maatii isii waliin gara Ameerikaatti baqatte. Ilhaan waggaa lama dura…
Guutuu Dubbisi » -

Biyyoota Arabaa Ityoophiyaa waliin Walii galtee hujii hin qabnetti imaluun kan dhoorkame tahuu ibsame
Jalqaba Ji’a kanaa mootummaan biyyootni Arabaa Waliigaltee hojii Ityoophiyaa waliin mallatteessan Sa’uudii, Qaxarii fi Jordaan tahuu ibsuun, lammiileen karaa seera…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el West Bank Weeraruun Falasxiinota heddu hiite
Waraanni Israa’eel halkan edaa West Bank weeraruun lammiilee Falasxiin 19 ol kan hidhe tahuun beekame. Namoonni hidhaman hundi mana jireenyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Jamaal Baddeeysaa (Abuu Saalih) biyya baqaa irraa gara biyyaatti deebi’uuf kan qophaayaa jiran tahuun beekame
Godina Harargee Lixaa magaalaa Baddeeysaa keessatti Imaamaa fi Khaxiiba kan turan Sheik Jamaal Baddeessaa, waggaa 7 dura roorroo mootummaa jalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Waliigalaa Gamtaa Ulamaa’ota Addunyaa Istanbul keessatti geggeefamaa jira
Korri guyyaa jahaaf turu kun Sabtii kaleessaa kan jalqabame yoo tahu, Ulamaa’onni 1,500 ol biyyoota Addunyaa irraa gara Turkiyaa imaluun…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Tuniiziyaa jilli Israa’el gara biyyattii akka hin seenne uggure
Foramiin marii Amantaalee addunyaa November 4-8, 2018 Tuniziyaa keessatti kan geggeefamu yoo tahu, jilli Israa’el kora kana irratti hirmaachuudhaaf Viizaa…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Cinaaqsan Araddaalee heddu keessatti lolli hamaan geggeeffamaa oolu gabaafame
Godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsan gandoota adda addaa keessatti waraanni naannoo Somaalee weerara hamaa geggeessaa jiraatuu odeeffannoon naannawa irraa nu…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Xiyyaara waraanaa biyya keessatti oomishuu jalqabde
Xiyyaarri waraanaa Iiraan oomishuu jalqabde kun, dizaayinii irraa jalqabee hanga oomishaatti 100% teeknolojii fi ogeeyyota biyya keessaatiin tahuun beekameera. Dabalataanis…
Guutuu Dubbisi »









