Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Garaa namaa keessaa Mismaarri 120 baafame
Hospitaala Pheexiroos kan magaalaa Finfinnee keessatti waldhaansa baqaqsanii hodhuu dargaggeessa umrii 33 tokkoof godhameen mismaarri 120, binkii 1, lilmoo 2,…
Guutuu Dubbisi » -

Biyyoonni Addunyaa heddu Ajjeechaa Jamaal Khaashoqjii balaaleffataa jiran
Sa’uudiin Gazexeessaa Jamaal Khaashoqjii qonsilaa Istanbul keessatti du’uu eega amantee booda, biyyoonni heddu ajjeechaa kana balaaleffataa jiran. Ministeerri haajaa alaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa Guddaan Aanaa Gooroo Guutuu araddaa Badhisaatti geggeeffame
Kaayyoon sagantaa kanaa Halaqaa Ilmii hundeessuu yoo tahu, Ulamaa’onni fi Ustaazonni iddoo adda addaa irraa dhufan, akkasumas hawaasni muslimaa naannawa…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan Waliigaltee Niwukilarii Raashiyaa waliin mallatteessite diiguuf akka tahe beeksifte
Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp Sababni Ameerikaan waliigaltee oomisha Niwukilarii waggaa 30 dura Raashiyaa waliin mallatteessite keessaa bahuuf murteessiteef, Raashiyaan qajeelfama…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen biyyoota Ameerikaa Jiddu galaa 4000 ol tahan gara USA baqataa jiran
Baqattoonni kunniin biyyoota Ameerikaa jiddu-galeessaa (Central America) heddu irraa kan walitti qabaman yoo tahu, irra hedduun isaanii lammiilee Honduraas, Guwaatimaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Sa’uudiin gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii qonsilaa Istanbul keessatti ajjeefamuu amante
Sa’uudiin gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii qonsilaa Istabul keessatti walitti bu’iinsa namoota waliin uumameen kan du’e tahuu, qorannoo geggeessiteen kan mirkaneeffate tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Lammiilee Afghaanistaan Sabaaba Caamaatiin qe’ee irra buqqa’aanii 275,000 gahu ibsame.
UN gabaasa guyyaa har’aa baase kana irratti, lakkoofsi lammiilee Afgaanistaan sababa caamaatiin qe’ee isaanii gad lakkisaanii baqatanii, baay’ina lammiilee biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Prezdaantiin naannoo Somaalee duraanii Abdii Muhaammad mana hidhaatii miliquuf yaalee akka ture beeksise
Poolisiin Mana Murtii Olaanaa Federaalaa dhaddacha beellamaa guyyaa har’aa oole irratti, Obbo Abdiin rakkoo fayyaa fi nageenya isaatiif jecha Biiroo…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggoonni Walitti bu’iinsa magaalaa Finfinnee keessatti uumame hordofuun too’annaa jala oolfamaanii turan lakkifaman
Qophii Simannaa ABO ji’a fulbaanaa keessa magaalaa Finfinneetti godhamaa ture hordofuun, dargaggoonni magaalaa Finfinnee kutaalee magaalattii heddu keessatti akka simannaan…
Guutuu Dubbisi »










