Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Paartiin Naannoo Amaaraa Bulchaa jiru maqaa fi Asxaa jijjiirate
Paartichi kora isaa 12ffaa magaalaa Bahir Daaritti kan geggeessaa jiru yoo ta’u, maqaa duraanii Sochii Dimokiraatawaa Saba Amaaraa (Amhara National…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa duraanii Obbo Juneeydii Saaddoo sagantaa Araaraa fi Tokkummaa mana jireenyaa isaatti qopheesse
Obbo Juneeydii Saaddoo yeroo Ministeera Sivil Sarviisi fi Bulchiinsa Gaarii ture, gaaffii mirga amantaa hawaasni muslimaa kaase hordofuun rakkoolee uumamaniin…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Erdogaan Jarman magaalaa Kolonyi keessatti Masjiida haaraya eebbisiise
Prezdaant Erdogaan daaw’annaa hujii Jarman keesatti guyyaa sadihiif geggeessaa ture raawwachuun dura, Sabtii kaleessaa gara Lixa Jarman imaluun magaalaa Kolonyi…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa kirkira lafaa Indoneezhiyaa keessatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 830 ol akka gahe gabaafame
Ejensiin ittisa balaa biyyatti akka jedhetti, carraaqqiin namoota gamoowwan jalatti awwaalamanii lubbuun baraaruu kan itti fufe tahuu beeksise. Balaan kirkira…
Guutuu Dubbisi » -

Falasxiin mana murtii addunyaatti Ameerikaa himatte
Falasxiin himannaa kana kan bante mana murtii UN, International Court of Justice (ICJ) jedhamutti yoo tahu, Ameerikaan Imbaasii Alqudsitti seeraan…
Guutuu Dubbisi » -

Balaan Kirkira lafaa Indoneezhiyaa Iddoola Sulawesi rukute yoo xiqqaate namoota 400 galaafate
Kirkirri lafaa hamaan Maagnitiyuudii 7.5 ta’e Jum’aa halkan magaalaa Paaluu fi naannawa isii kan rukute yoo tahu, kanuma hordofuun danbaliin…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Israa’el Gaazaa keessatti ijoollee lama dabalatee Falasxiinota jaha ajjeesse
Lammiileen Falasxiin Gaazaa keessa jiraatan ji’oota shanan dabran, dachii isaanii kan Israa’el humnaan irraa buqqiftetti mirga deebi’uu gaafachuun, akkasumas uggurri…
Guutuu Dubbisi » -

Feesbuukiin nama miiliyoona 50 butamee akka ture beekame
Dhaabbanni Feesbuuk akka jedhetti akkaawontiin fayyadamtoota isaa miiliyoona 50 tahan qaamota hin beekamneen butamuu, Kiibxata dabre kan hubate tahuu ibse.…
Guutuu Dubbisi » -

Namoota Addabaabaayii Masqalaatti haleellaa Boombii raawwachuun shakkaman irratti himannaan Shororkeessummaa baname
Haleellaa hiriira deeggarsaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad ibsatuuf, Waxabajjii 16/2010 magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti geggeeffame irratti raawwatameen, namni lama…
Guutuu Dubbisi » -

Kaanaadaan Hoggantuu Miyanmaar lammummaa kabajaa kenniteefii turte irraa mulqite
Paarlaamaan Kaanaadaa torbee dabre dararaa fi ajjeechaa Miyanmaar keessatti muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame, duguuggaa sanyiiti jechuun labsuun isaa ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi »










