Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Aanaa Haramaayaa keessatti balaan elektirikaa lubbuu namoota 15 galaafate
Balaan kun kan uumame kaleessa galgala godina Harargee Bahaa aanaa Haramaayaa keessatti yoo tahu, sararri elektirikii Addallee irraa gara Gurawwaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mannii marii bakka bu’oota ummataa Dhaabbiilee sadi galmee shororkeessummaa irraa haqe
Paarlaamaan Itoophiyaa Adda Bilisummaa Oromoo, Aadda Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen fi Ginboot 7 shororkeessummaa irraa haqe. Torbaan dabre manni marii ministeerotaa…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin daldala Ityoophiyaa Damee Yaabballoo Ibiddaan gubate.
Baankiin Daldala Itoophiyaa (ንáŒá‹µ ባንáŠ) Godina Booranaa magaalaa Yaaballootti argamu halkan kana naannoo Sa’aa 5:30 (11:30 PM) ibiddi kan itti…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Masrii Prezdaant Muhammad Mursii galmee Shororkeessummaa irraa haqe
Manni murtti Oliyyannoo kun Arba’aa hardhaa prezdaantii duraanii Dr Muhammad Mursii dabalatee namoota 1,538 galmee shororkeessummaa irraa kan haqe tahuun…
Guutuu Dubbisi » -

Ulamaa’onni godina Baalee aanaa 20 irraa walitti dhufuun murtii ulamaa’onni Harargee Bahaa dabarsan deeggaran.
Ulamaa’onni aanaawwan Baalee irraa walitti dhufan kunniin Masjida seena-qabeessa (Masjida-Nuur) kan magaalaa Roobee keessatti argamuti wal gahuudhaan; jijjiirama amma biyya…
Guutuu Dubbisi » -

Taayilaanditti ijoolleen 12 fi Leenjisaan isaanii holqa keessatti dhabamanii turan lubbuun argaman
Taayilaan kutaa Chiyaang Raayitti Ijoolleen 12 fi leenjisaan garee kubbaa miilaa isaanii tokko guyyoota sagal dura daaw’annaaf gara holqa Taam…
Guutuu Dubbisi »










