Paarlaamaan Itoophiyaa Adda Bilisummaa Oromoo, Aadda Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen fi Ginboot 7 shororkeessummaa irraa haqe. Torbaan dabre manni marii ministeerotaa wixinee labsii kanaa paarlaamaaf erguu isaa isinii gabaasuun keenna ni yaadatama.
Related Posts