Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi Ministeeraa Gareewwan Mormitootaa biyya alaa jiran biyyatti deebi’uun Siyaasaa biyyattii keessatti akka hirmaatan waamicha godhe.
Miseensonni paarlaamaa biyyattii torbee darbe keessa muummichi minnisteeraa haala yeroo ammaa biyyattiin keessa jirtu irratti akka gabaasa dhiheessu gaafatan. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -

Bidiruun Namoota 18 fe’attee laga Awaash cehaa turte dhidhimuun namoota 6 achi buuteen dhabame
Balaa kanaan hanga ammaatti reeffi nama tokkoo kan argame akka tahee fi namoonni 11 ammoo miidhaan cimaan isaan irra osoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad ” Mootummaan Gaaffii hawaasni muslimaa kaaseef ummata waliin mari’atee deebisaa keennuf qophiidha”jedhe
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad ayyaana Iid Alfixrii bara 1439tiif dhaamsa baga ittiin isin gahee kaleessa galgala dabarseen, “kutaa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Naannolee heddu keessatti walitti bu’iinsi hammaachaa dhufuun gabaafame
Weerarri Liyyuu Poolisiin naannoo Soomalee godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaqsan keessatti raawwatu guyyaa har’aa itti fufuun namootni afur ajjefamanii lama…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Waliigalaa Dhaabbataa (UN) wixinee seeraa ajjeechaa Isra’eel Gaazaa keessatti raawwataa jirtu balaaleffatu dabarse
Korri walii galaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii walgahii Arba’aa kaleessaa geggeesseen ajjeechaa Isra’eel dhiheenya kana Gaazaa keessatti raawwatte balaaleffatuun wixinee dhihaate…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo keessatti ummaanni ganda Guutuu Islaamummatti deebi’e
Jiraattonni ganda Dharriitoo jedhamu torbaan kana keessa bakka Aalimni beekkamaan Sheik Jeeylaan Adanoo fi daa’iiwwan biro heddu argamanitti shahaadaa kan…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan waraana Araabaa fi Mootummaan Yaman magaalaa Hudeeydaa keessaatti Finciltoota Huusii irratti duula bal’aa jalqaban
Finciltoonni Huusii magaalaa Hudeeydaa tan buufata doonii qabdu lakkisanii akka bahaniif guyyaan isaanii kenname dabruu hordofuun, waraanni gamtaa biyyoota Arabaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Ameerikaa fi Hogganaan Kooriyaa Kaabaa wal arganii mariyatan
Pirezadaantiin Ameerikaa Doonald Traampii fi hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun Singaapooritti wal arganii dhimmoota adda addaa irratti mariyaatuun Waliigaltee…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin KFO Magaaloota adda addaa keessatti waajjira banaa jiraatuun beekame
Paartiin Kongrasii Federaalistii Oromoo (KFO) Magaaloota Godinaalee Oromiyaa keessatti waajjira banaa jira. Paartichi guyyaa har’aa godina Wallaggaa bahaa Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Harargee Bahaa Aanaa Cinaqsanii fi Magaalaa Harar keessatti lolli geggeefamaa jira
Liyyuu Poolisiin Naannoo Somaalee Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksan keessatti ganama har’aa aradalee heddu weeraruun hawaasa nagayaa irratti dhukaasa banteen,…
Guutuu Dubbisi »










