Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muhammad Bin Salmaan “Falasxiinonni yaada Donaald Traamp haa fudhatan yookaan haa callisan” jedhe.
Dhaaltuun Goonfoo Sa’udii Muhammad Bin Salmaan ji’a dabre keessa Garee Yahuudoota Ameerikaa waliin marii dhoksaan geggeesse irratti “Hooggantoonni Falasxiin yaada…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni Nuurul-Iimaan Baratoota Ebbisiise
Majliisni Nuurul-Iimaan kan Godina Harargee Lixaa aanaa Xuullootti magaalaa Hirnatti argamu guyyaa hardha Sagantaa Eebba Baratootaa geggeesse. sagantaa sagantaa kana…
Guutuu Dubbisi » -

Godinaa Arsii Lixaa magaalaa Qoree keessatti Markazni Zayd Ibn Saabit huffaazota 400 Eebbisiise
Markazni Zeeydi Ibn Saabit Godina Arsii Lixaa Aanaa Qoree magaalaa Qoree keessatti kan argamu yoo tahu, guyyaa hardhaa barattoota 400…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Gujii Bahaa Aanaalee heddu keessatti ummanni mormii geggeessaa jira
Godina Gujii bahaa Aanaalee Adoolaa, Harqalloo, Shaakisoo magaalaa Haya Diimaa fi magaalota naannawa sanii kanneen biroo keessatti hiriirri mormii gaggeeffamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Ahmaddiin Jabal Ziyaaraadhaaf gara godina Arsii lixaa imale
Ustaaz Ahmaddiin Jabal guyyaa hardhaa gara godina Arsii lixaa imale. Ustaaz Ahmaddiin fuula feesbuukii isaa irratti “Hidhaa Waggaa 5 fi…
Guutuu Dubbisi » -

Madrasaan Ibnul Qayyim kan magaalaa Shaashamanneetti argamu barattoota isaa eebbisiise.
Barattoonni Madrasaa Ibnul Qayyimitti Aalima guddaa Sheekh Alii Buttaa irratti yeroo dheeraaf barataa turan eebbifamaniiru. Sagantaa eebbaa fi cufiinsa madrasaa…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Mujama al Islaam barattoota Qur’aanaa 100 eebbisiise
Markazni Mujama al Islaam kan magaalaa Dirree Dhawaatti argamu barattoota qur’aanaa 100 kan eebbisiise tahuun beekame. Barattoota hifzii qur’aanaatiin…
Guutuu Dubbisi » -

Appilikeeshiiniin Telegram biyyoota addunyaa heddu keessatti dhaabbatee akka ture beekame
Appilikeeshiiniin Telegram ganama har’aa irraa jalqabee biyyoota addunyaa heddu keessatti dhaabbatee akka ture dhaabbatichi beeksise. Dhaabbatichi gama Twitteriitiin akka ibsetti,…
Guutuu Dubbisi » -

Markazul Asar Barattoota 118 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Markazni Hifzii Qur’aanaa Asar kan Magaalaa Awwadaayitti argamu guyyaa hardhaa Ebla 28/2018 barattoota 118 kanneen hifzii Qur’aanaa barsiisaa ture eebbisiisuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif gara Jibuutii imale
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawa’annaa hujii biyya alaa isa jalqabaatiif Jibuutii seenuu isaa beekkame. Jilli Muummicha ministeeraatiin hoogganamu Jibuutii…
Guutuu Dubbisi »










