Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Lammiileen Iiraan lama dhukkuba Vaayirasii Koronaatiin qabamanii turan du’uu gabaafame
Qondaaltonni ministeera fayyaa Iiraan akka jedhanitti, namni lama dhibee Vayirasii Koroonaatiin qabamuun isaanii eega mirkanaahee booda, magaalaa Qom keessatti kan…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan Kaaba-Lixa Suuriyaa keessatti duula waraana kan geggeessuu maltu tahuu akeekkachiiste
Duula waraanaa mootummaan Suuriyaa naannawa Idlib keessatti geggeessaa jiru hordofuun, Turkiyaan baatii dabre irraa jalqabee finciltoota deeggaruun loltoota isii gara…
Guutuu Dubbisi » -

Komishiiniin Filannoo Afgaanistaan Prezdaant Ashiraf Gaanii yeroo lammataatiif injifatuu labse
Komishiiniin filannoo Afgaanistaan bu’aa filannoo Prezdaantummaa September 28/2019 geeggeeffamee ture, ji’a shan booda guyyaa hardhaa kan labse yoo tahu, Prezdaant…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Maayik Pompiyoo Muummicha Ministeeraa Dr Abiy Ahmad waliin mar’ate
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Maayik Pompiyoo daaw’annaa hojii biyyoota Afrikaa sadi keessatti geggeessaa jiruun, halkan edaa Finfinnee kan seene yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baddeeysaatti Ulamoota fi Imaamota masjidaatiif leenjiin Keenname
Godina Harargee lixaa magaalaa Baddeeysaatti, ulamootaa fi Imaamota masjida aanaalee Odaa Bultuum fi aanaa Gammachiis irraa walitti dhufaniifi leenjiin hubannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Baatuutti Sagantaan Da’awaa fi Aalima qubsiisuu geggeeffame
Sagantaa kana irratti hawaasa magaalaa Baatuu fi naannoo isiitti argamaniif amantii lameen (Islaamaafi kiristaanaa) wal bira qabuun barumsi guddaan kennameefii…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Mootummaa Suudaan Prezdaantii duraanii irratti himannaa haaraya banuuf qophaayaa jiraachuu beeksise
Waajjirri Abbaa Alangaa biyyattii ibsa Alhada har’aa baaseen akka jedhetti, himannaa yakkaa kanaan dura prezdaantii duraanii Umar Hasan Al-Bashiir irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin qophii wixinee sanada waliigaltee hidha laga Abbaay ilaalchisee geggeeffamaa ture waliigaltee malee xumurame
Mariin qophii wixinee sanada waliigaltee haala guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan hidha laga Abbaay ilaalchisee Waashingitan DCtti gaggeeffamaa ture waliigaltee…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Salaalee anaa Dharraatti Koreen Majlisaa haarayatti hundaayuu gabaafame
Manni Maree Islaamaa Godina Salaalee guyyaa kudha shan dura magaalaa Fichee keessatti haarayatti hundeeffamuu gabaasuun keenna ni yaadatama. Manni marichaa…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Sagantaa Deeggarsa Muslimoota Magaalaa Mooxaatiif geggeessaa ture milkiin xumuruu beeksise
Haleellaa Shororkeessitoonni Naannoo Amaaraa Godina Gojjaam Bahaa Magaalaa Mooxaa keessatti Muddee 10/2012 raawwataniin, Masjiidota dabalatee qabeenyi hawaasa muslimaa heddu barbadaayuun…
Guutuu Dubbisi »










