header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Magaalaa Baatuutti Sagantaan Da’awaa fi Aalima qubsiisuu geggeeffame

Sagantaa kana irratti hawaasa magaalaa Baatuu fi naannoo isiitti argamaniif amantii lameen (Islaamaafi kiristaanaa) wal bira qabuun barumsi guddaan kennameefii dhaamsi garagaraas ulamootaafii daa’iwwaniin hawaasaaf dhaamamee jira .

Akkasumas Aalimni guddaan Sheikh Muhammad Sheikh Huseen guyyaa har’aa, darasoota hedduu waliin magaalaa Baatuutti qubsiifamanii jiru.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button