USA
Odeeyfannoo USA irraa arganne
Himannaa Sa’uudii hordofuun Ameerikaan Iiraan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu Dhaabbata Mootummoota gamtoomanii gaafatte.
Hidhattoonni Huusii Misaa’ila Baalastikii Yaman irraa gara Magaalaa Riyaaditti darbachuu isaani hordofuudhaan, mootummaan Sa’udii Misa’illi Sun kan Iiraan ta’uu ibsuuun,…
Guutuu Dubbisi »Prezdaantiin Ameerikaa Uggura baqatonni akka Ameerikaa hin seene jechuun labse ture kan kase tahu ibse.
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp yeroo duula filaannoo geggeessa ture irra jalqabe imammata haarawa adda addaa bafatee socho’aa ture. Imammata isaa…
Guutuu Dubbisi »Ministeeri Haajaa Alaa Ameerikaa Reeks Tilarsan Malik Salmaan waliin mari’ate.
Malikni Sa’udi Malik Salman Bin Abdulaziiz Alhada har’aa Magaalaa Riyaad keessatti Ministeera Haajaa Alaa Ameerikaa Reeks Tilarsan waliin mari’ate. Mariin…
Guutuu Dubbisi »Prezdant Traamp Waliigaltee Niwukilarii Iiraan diiguuf dhaadachuu isaa Ruusiyaa fi Biyyoonni Awuroopaa balaaleffatan.
Ruusiyaa fi biyyoonni Awuroopaa kanneen michuu ameerikaa ta’an, Pirazadant Traamp dhimma Niwukularii Iiraan ilaalchisee waliigaltee bara 2015 taasifame diiguuf dhaadachuun…
Guutuu Dubbisi »-

Ibiddi Ameerikaa Kutaa Kaalifoorniyaa Keessatti ka’e lubbuu nama hedduu galaafate.
Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa keessatti ibiddi ka’e, yoo xiqqaate lubbuu namoota10 galaafate. Ibiddi kun iddoo adda addaa 14tti kan qabate yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi namoota Ameerikaa irraa gara Kanaadaatti baqatanii dachaa Afuriin dabaluun gabaafame.
Jalqaba ji’a Adoolessaa irraa kaasee torbee lama keessatti godaantonni Ameerikaa keessa jiraataa turan 3,800 ol, karaa seeraan alaatiin daangaa Kanaadaa…
Guutuu Dubbisi »


